Survey of Physical Geography – GeEs 201
BOQONNAA TOKKO SEENSA JI’OGRAAFII FIIZIKAALAA 1.1. Hiika Jii’ograafii fi Ji’oograafii Fiizikaalaa Kayyoo Gooree: Barattoonni barumsa kana booda: Hiika jii’ograafii isa maddaa fi isa hojii ni tarreessu. Akka hiika maddaatti jechi ji’oograafii jedhu jecha biyyaa Giriikii “Ji’oo” fi “Giraafiyaa” jedhu irraa ijaarame. Ji’oo” jechuun lafa yoo ta’u “giraafiyaa” jechuun ammoo barreessuu yookiin ibsuu dha. Kanaaf […]
Survey of Physical Geography – GeEs 201 Read More »