Education Courses

Seminar on Issues in Primary School – Prac 352

Biiroo Barnoota Oromiyaatti Maqaa Koorsichaa: Seminaara Koodii Koorsichaa: Prac 352 Kireedit aaworii: 2 Qopheessitoota Moojulichaa Guddataa Guutaa (MA) KBB Shaambuu Dassaaleny Fayyisaa (MA) KBB Shaambuu Gulaalaa Fiqaaduu Lammii (MA) KBB Ciroo                         Guraandhala 2008                                                                                               BBO Odeeffannoo Moojulichaa ————————————————————-1 Barbaachisummaa Koorsichaa ——————————————————1 Ibsa Koorsichaa ————————————————————————–1  Bu’aawwan koorsichaa (course outcomes) ————————————–2   Kutaa I: Yaad-rimeewwan Waliigalaa Seminaaraa———————————–3 […]

Share this

Seminar on Issues in Primary School – Prac 352 Read More »

Sociological Perspectives on Teaching and Learning – TECS 222

SEENSA MOOJULICHAA (Module introduction) Moojulli kun akka waliigalaatti kan irratti xiyyeeffatu dhimmoota hawaasaa kan akka hiyyummaa, sochii maatiin mana barnootaa keessatti taasisu, dhomma koorniyaa, eenyummaa, amantaa, fi kkf  barnoota keessattit fi adeemsa baruu fi barsiisuu keessatti hawaasa jijjiiruun akkaataa ummata faayidaa qabeessa taasisnu irraatt hubannoo kan uumuu fi irraa fayyadama hawaasaa mirkaneessuu keessatti iddoo guddaa

Share this

Sociological Perspectives on Teaching and Learning – TECS 222 Read More »

Application of Media and Information Technology in Primary Schools – TECS 341

MIIDIYAA BARUU-BARSIISUUFITEKNOLOJII ODEEFFANNOO QUNNAMTII Instructional Media andInformation Communication Technology (IMICT-341) Qopheessitoonni:Ayyalaa Lammaa Nageessoo Ismoo Abdulhayyi Awwal Dassee HurrisaaKBB Roobee Biiroo Barnoota Oromiyaa Fulbaana, 2008FinfinneeI. Ibsa Koorsichaa Galmi barsiisuu barachuu barattootaatiif haala mijeessuudha. Barachuun kan milkaahu barsiisonni muuxannoo dhugaa, qabatamaa, hiika qabeessaa fi hawwataa barattoota isaanitti dhiheessuun akkasumas teknolojii ammayyaa kan akka TOQ wajjiin qindeessuun yoo

Share this

Application of Media and Information Technology in Primary Schools – TECS 341 Read More »

Cross-cutting Issues in Education – Educ 301

Ministeera Barumsaa Dhimmoota Barnoota Keessatti Xiyyeeffannoo Barbaadan (Cross Cutting Issues in Education) Bitootessa 2014Finfinnee Ministeera BarumsaaMaqaa Moojulichaa: Dhimmoota Barnoota Keessatti Xiyyeeffannoo Barbaadaan(Cross Cutting Issues in Education) Kan Qopheesse: Yunivarsiitii JimmaaKan Barreesse: Siyyum KabbadaaGulaalaan Keessoo: Jireeynaa UrgeessaaGorsaan: PRIN International Consultancy & Research Services PLCOgeessa Qophii Moojulaa: Yekoyealem Dessie  Maqaa Koorsichaa: Dhimmoota Barnoota KeessattiXiyyeeffannoo Barbaadan(Cross cutting Issues

Share this

Cross-cutting Issues in Education – Educ 301 Read More »