Department of Afaan Oromoo

Handwriting Skill – MT 101

DANDEETTII  BARREESSUU HARKAA AFAAN OROMOO Ibsa koorsichaa Xiyyeeffannoon koorsii kanaa seenaa barreessuu waliigalaa beeksisuu, adeemsa barreessuu bu’uuraa, adeemsa qubannaa (roga ) qubeewwanii,   qubeewwanfi jechoota toora  isaanii eeguun barreessuufi gabatee gurraacharratti barreessuu fi shaakala walbarsiisuu gabaasaaf calaqqee irratti kan hundaa’uta’a. Kaayyoon Koorsichaa: xumura koorsii kanaatti barattoonni: Dandeettii barreessuu bu’uuraa ni gabbifatu Haala salphaa fi ariitiin ni

Share this

Handwriting Skill – MT 101 Read More »

Basic Mother Tounge – MT 112

Mata duree Koorsii   –    Bu’uura Barnoota Afaan Tokkoffaa Lakk. Koodii –   Mot 111                              Weeyitii Torbanii –     3 Ibsa Koorsichaa Koorsiin kun leenjifamtoota barsiisota sadarkaa tokkoffaa hundaaf akka waliigalaatti kan kennamuudha. Leenjifamtoonni koorsota sadarkaa lammaaffaafi qophaa’inaatti  barnoota Afaan tokkoffaa isaanii keessatti barachaa turanii irratti kan xiyyeeffatu ta’ee, qabiyyeewwan dagatamaniifi  kanneen hingaliniif hafan irratti hundaa’uun kan qophaa’eedha.

Share this

Basic Mother Tounge – MT 112 Read More »