Structure of Afan Oromo – Afor 123
Structure of Afan Oromo – Afor 123 Read More »
DANDEETTII BARREESSUU HARKAA AFAAN OROMOO Ibsa koorsichaa Xiyyeeffannoon koorsii kanaa seenaa barreessuu waliigalaa beeksisuu, adeemsa barreessuu bu’uuraa, adeemsa qubannaa (roga ) qubeewwanii, qubeewwanfi jechoota toora isaanii eeguun barreessuufi gabatee gurraacharratti barreessuu fi shaakala walbarsiisuu gabaasaaf calaqqee irratti kan hundaa’uta’a. Kaayyoon Koorsichaa: xumura koorsii kanaatti barattoonni: Dandeettii barreessuu bu’uuraa ni gabbifatu Haala salphaa fi ariitiin ni
Handwriting Skill – MT 101 Read More »
Mata duree Koorsii – Bu’uura Barnoota Afaan Tokkoffaa Lakk. Koodii – Mot 111 Weeyitii Torbanii – 3 Ibsa Koorsichaa Koorsiin kun leenjifamtoota barsiisota sadarkaa tokkoffaa hundaaf akka waliigalaatti kan kennamuudha. Leenjifamtoonni koorsota sadarkaa lammaaffaafi qophaa’inaatti barnoota Afaan tokkoffaa isaanii keessatti barachaa turanii irratti kan xiyyeeffatu ta’ee, qabiyyeewwan dagatamaniifi kanneen hingaliniif hafan irratti hundaa’uun kan qophaa’eedha.
Basic Mother Tounge – MT 112 Read More »