Basic Mathematics I – Math 101

Gaaffilee Shaakalaa Waliigalaa Deebii Waliin Math 101 Boqonnaa-1Loojikii fi Tiyoorii Tuutaa1.1.Seensa loojikii HerregaaSeensaBoqonnaa kana jalatti mata duroota gurguddoo lama ilaalla. Isaanis seensa loojikii herregaa fi yaad-hiddama tuutaa ti. Kanamalees mata duroota xixiqqoo kanneen loojikii herregaatiif tuutaan walqabatan hedduu ilaalla. Mata duroota kanneen hiikoowwan, fakkeenyota, giraafotaa fi diyaagiraamota adda addaa fi gochoota akkasumas gaaffilee adda addaa […]

Share this

Basic Mathematics I – Math 101 Read More »

Curriculum, Instruction, and Assessment in Primary School – TECS 112

Haala Waliigalaa Korsichaa Seensa Barnootichaa Barnoonni kun barsiisonni sadarkaa 1ffaa gosa barnootaa adda addaa barsiisuuf ga’umsawwan barbaachisoo akka horachuu danda’aniif itti yaadame kan qopha’edha. Koorsichis yoo xiqqaate torban tokko keessatti sa’aa sadii kan baratamuufi boqonnaawwan shan kan of keessatti hammatedha. Boqonnaan 1ffaan maalummaa barumsaa, bifoota barumsaa, maalummaa sirna barnootaa, bu’uuraalee sirna barnootaa, moodeloota qophii sirna

Share this

Curriculum, Instruction, and Assessment in Primary School – TECS 112 Read More »

Basic Mathematics II – Math 102

Gaaffilee Shaakalaa Waliigalaa Furmaata Waliin Math 102 QabiyyeewwanBOQONNAA 1 1Fankishinootaa fi Hariiroowwan 11.1 Keessa deebii hariiroowwani 11.2 Qoqqoodama fankishinootaa (classifications of functions) 41.2.1 Fankishina tokkoo fi tokkoo 41.2.2 Fankishinii irrattii (onto Function) 61.2.3 Fankishinii tokkoof tokkoo fi Irrattii (one-to-one correspondence) 71.2.4. Fankishinoota Dabaloo fi Hir’isoo 81.2.5 Fankishinoota Guutuu fi Mangoo 81.3 Fankishinoota walseenoo 91.4 Galagaltoo

Share this

Basic Mathematics II – Math 102 Read More »

Basic Natural Science II – BNS 102

YAADANNOO  GABAABAA  BARNOOTA  SAAYINSII  BU”UURAA (BSC 102) Kutaa Baayoloojii                                                  BIIROO BARNOOTA OROMIYAA Guraaandhala 2006 A.l.I Ibsa Koorsichaa Koorsii kana keessatti boqonnawwan fayyaa fi Baayoloojii namaa, guddinaa fi soorata qopheessuu biqilootaa, kunuunsa naannoo fi Ikkooloojii , kompaawundoota inorgaanikaa, elektirookeemistirii, keemistirii industirii fi faalama, elektroostaatikii, kaarentii elektirikii fi maagneetizimii fi sochii dambalii fi optiksiin ni ilaalamu.

Share this

Basic Natural Science II – BNS 102 Read More »