General Chemistry III – Chem 323
Seensa Koorsichaa Moojulli Koorsii Keemistirii Kanaa kan of keessatti haammatu qabiyyeewwan gurguddoo kanneen akka keemistirii elementoota muraafama S(S-block)keesumattuu sodiyemii fi Potasiyemii ilaalchisee amaloota fiizikaalaa fi keemikaalaa; akkasumas, kompaawundoota isaanii; argama, adda baasuu, qophii fi faayidaalee isaanii. Keemistirii elementoota garee IIIA Aluminiyemii irratti xiyyeeffachuun,Keemistirii Elementoota garee IV Karbonii fi Silikenii irratti xiyyeeffachuun amaloota fiizikaalaa fi keemikaalaa; […]
General Chemistry III – Chem 323 Read More »