Plane and Solid Geometry – Math 112

Maqaa koorsii – Jiyoomeetrii Jaboo fi dhuqunqulaaLakkoofsa Koorsi – Math 112Kan dura fudhatamuu qabu (Prerequisite) – Math 111Baayina kireeditii – 3Torbeetti sa’aa baratamu – 4Kanneen Barachuu qabu – Barattoota Herregaa kanneen sagantaa Dippilooma. Diskiripshinii Koorsichaa.Koorsii kana keessatti Jalqabinsa fi Hiikoolee termoota Jiyoomeetrii Jaboo keessaa: Sararootaa fi Diriiroo Samii Irratti bakka (koorjineetii) tuqaa samii irratti Ibsuu: […]

Share this

Plane and Solid Geometry – Math 112 Read More »

Basic Chemistry I – Chem 201

KEEMISTIRII BU‟UURAA Lakkoofsa Koorsii – Chem 201Gatii Kiraditii (Chr) – 4Con .Hr – 7hr (sa‟a 4 fulaa fuula fi sa‟a 3 laabiif) Koorsotni Dursa kennamuu Qaban- BNSc 101 fi BNSc 102 Barattoota sadarkaa 1 – 4 (Genaralist) Barsiisaniif kennama Kaayyoo Koorsichaa:Leenjifamtoonni erga koorsii kana xumuuran booda: Hiikkaa maalummaa saayinsii fi dandeetii waligalaa saayinsii irratti qabani

Share this

Basic Chemistry I – Chem 201 Read More »

Basic Biology I – Biol 201

Maqaa koorsii: Baayoloojii Bu’uuraaKooddii koorsii: Bio 201Kiredit haawarii: 4Kontaakti haawarii: 7(fuulaa fuulatti sa’a 4 fi Laaboraatoorii sa’a 3)Koorsii dureen barbaachisu: BNSC 101 fi BNSC 102Barattoota barachuu qaban: Barattoota dippiloomaa Herregaa fi S/Naannoo 1-4Barsiisan (Generalist). Kaayyoo koorsichaa: Kaadhimamtootni, dhuma barnoota kanaa irratti: Hiika baayoloojii ni himu Birkiilee baayolojii fi kanneen isaan qo’atan ni addeessu Tartiiba mala

Share this

Basic Biology I – Biol 201 Read More »

Science and Scientific Inquiry – ScSI 211

Qabiyyee FuulaIbsa Koorsichaa 4Kaayyoolee Koorsichaa 4Boqonnaa Tokko 5Kaayyoo Boqonnaa: 5Seensa 51.1. Hiikaa Saayinsii 51.2. Amaloota Addaa Saayinsii: 6Boqonnaa Lama 7 Beekumsa Saayinsaawaa 72.1. Dhugaawwan, Hiikaa, Yaada rime/yaada hiddamaa fi Seera Saayinsaawa 72.1.1. Dhugaawwaan saayinsaawaa /Sceintific facts 72.1.2. Yaad-Hiddama Saayinsaawaa (Scientific theories) 72.1.3. Seera Saayinsaawaa (Scientific law) 8Gilgaala 2 9Boqonnaa Sadii 10 Ogummaa Saayinsawaa 103.1. Daawwachuu/Observation:

Share this

Science and Scientific Inquiry – ScSI 211 Read More »

Handwriting Skill – MT 101

DANDEETTII  BARREESSUU HARKAA AFAAN OROMOO Ibsa koorsichaa Xiyyeeffannoon koorsii kanaa seenaa barreessuu waliigalaa beeksisuu, adeemsa barreessuu bu’uuraa, adeemsa qubannaa (roga ) qubeewwanii,   qubeewwanfi jechoota toora  isaanii eeguun barreessuufi gabatee gurraacharratti barreessuu fi shaakala walbarsiisuu gabaasaaf calaqqee irratti kan hundaa’uta’a. Kaayyoon Koorsichaa: xumura koorsii kanaatti barattoonni: Dandeettii barreessuu bu’uuraa ni gabbifatu Haala salphaa fi ariitiin ni

Share this

Handwriting Skill – MT 101 Read More »

Basic Mother Tounge – MT 112

Mata duree Koorsii   –    Bu’uura Barnoota Afaan Tokkoffaa Lakk. Koodii –   Mot 111                              Weeyitii Torbanii –     3 Ibsa Koorsichaa Koorsiin kun leenjifamtoota barsiisota sadarkaa tokkoffaa hundaaf akka waliigalaatti kan kennamuudha. Leenjifamtoonni koorsota sadarkaa lammaaffaafi qophaa’inaatti  barnoota Afaan tokkoffaa isaanii keessatti barachaa turanii irratti kan xiyyeeffatu ta’ee, qabiyyeewwan dagatamaniifi  kanneen hingaliniif hafan irratti hundaa’uun kan qophaa’eedha.

Share this

Basic Mother Tounge – MT 112 Read More »

Basic English – BENG 110

Basic English I(EnLa111) Introduction                                                                                                           The main aim of this course (Basic English I) is to develop your ability to use English effectively and efficiently in different situations. The course assists you to communicate with the speakers of English language through speaking, listening, reading and writing. To this end, it provides you with: Opportunities for communication

Share this

Basic English – BENG 110 Read More »

Basic Natural Science I – BNSC 101

Saayinsii Uumamaa Bu’uuraa I (BSc 101) Sagantaa Dippiloomaa (10+3)tiif Kan qophaa’e Biiroo Barnootaa Oromiyaa Finfinnee Maqaa koorsii: Saayinsii Bu’uuraa IKooddii koorsii: BSc 101Kiredit haawarii: 3Kontaakti haawarii: _Haala duree barbaachisu: hin qabuBarattoota barachuu qaban: Barattoonni dippiloomaa sagantaa kilaasterii fi liinarii baratan. Ibsa koorsichaa:Koorsii kana keessatti Maayikroo-orgaanizimoota, baayoloojii namaa, pirinsipiloota ramaddii lubbu-qabeeyyii, caasaalee atoomotaa, hidhoo keemikaalaa fi

Share this

Basic Natural Science I – BNSC 101 Read More »

Exit mobile version