Natural Science Common Courses

Teaching Integrated Science TINSc 201

BIIROO BARNOOTAA Mala Baruu Barsiisuu Saayinsii Wal SimataaI Fulbaanaa 2013FinfinneeBIIROO Barnootaa Mata Duree Moojulii: Mala Baruu Barsiisuu Saayinsii Wal Simataa IQopheessan: Yuunivarsiitii Finfinnee Barreessaan : Habtaamuu Wadajoo Gulaalaan Keessaa: Geetaachoo Axinaafuu Gorsaan Takniikaa: Gorsaa fi qo’annoo kenna baayisaaInternaashinaalii waldaa dhuunfaaItti gaafatamummaan isaa kan murtaa’eEkspeertii Qophii Moojulaa: Axinaafuu TasfaayeeAfaan Oromootti Kan Hiikan:1) Hayiluu Badhaadhaa (Gosa Barnoota […]

Share this

Teaching Integrated Science TINSc 201 Read More »

Science and Scientific Inquiry – ScSI 211

Qabiyyee FuulaIbsa Koorsichaa 4Kaayyoolee Koorsichaa 4Boqonnaa Tokko 5Kaayyoo Boqonnaa: 5Seensa 51.1. Hiikaa Saayinsii 51.2. Amaloota Addaa Saayinsii: 6Boqonnaa Lama 7 Beekumsa Saayinsaawaa 72.1. Dhugaawwan, Hiikaa, Yaada rime/yaada hiddamaa fi Seera Saayinsaawa 72.1.1. Dhugaawwaan saayinsaawaa /Sceintific facts 72.1.2. Yaad-Hiddama Saayinsaawaa (Scientific theories) 72.1.3. Seera Saayinsaawaa (Scientific law) 8Gilgaala 2 9Boqonnaa Sadii 10 Ogummaa Saayinsawaa 103.1. Daawwachuu/Observation:

Share this

Science and Scientific Inquiry – ScSI 211 Read More »

Basic Natural Science I – BNSC 101

Saayinsii Uumamaa Bu’uuraa I (BSc 101) Sagantaa Dippiloomaa (10+3)tiif Kan qophaa’e Biiroo Barnootaa Oromiyaa Finfinnee Maqaa koorsii: Saayinsii Bu’uuraa IKooddii koorsii: BSc 101Kiredit haawarii: 3Kontaakti haawarii: _Haala duree barbaachisu: hin qabuBarattoota barachuu qaban: Barattoonni dippiloomaa sagantaa kilaasterii fi liinarii baratan. Ibsa koorsichaa:Koorsii kana keessatti Maayikroo-orgaanizimoota, baayoloojii namaa, pirinsipiloota ramaddii lubbu-qabeeyyii, caasaalee atoomotaa, hidhoo keemikaalaa fi

Share this

Basic Natural Science I – BNSC 101 Read More »

Basic Natural Science II – BNS 102

YAADANNOO  GABAABAA  BARNOOTA  SAAYINSII  BU”UURAA (BSC 102) Kutaa Baayoloojii                                                  BIIROO BARNOOTA OROMIYAA Guraaandhala 2006 A.l.I Ibsa Koorsichaa Koorsii kana keessatti boqonnawwan fayyaa fi Baayoloojii namaa, guddinaa fi soorata qopheessuu biqilootaa, kunuunsa naannoo fi Ikkooloojii , kompaawundoota inorgaanikaa, elektirookeemistirii, keemistirii industirii fi faalama, elektroostaatikii, kaarentii elektirikii fi maagneetizimii fi sochii dambalii fi optiksiin ni ilaalamu.

Share this

Basic Natural Science II – BNS 102 Read More »

Exit mobile version