Department of Biology

General Biology III – Biol 323

Maqaakoorsii:     Baayoloojii Waliigala III Kooddiikoorsii:    Biol. 323 Kiredithaawarii:     3 Kontaaktihaawarii:   6 (fuulaafuulattisa’a 3 fi Laaboraatooriisa’a 3) Koorsiidureenbarbaachisu:  Biol. 221 fi Biol.222 Barattootabarachuuqaban:Barattoota dippiloomaa saayinsii walsimaataa kutaa 5 fi 6 Barsiisufleenji’an         BOQONNAA 1 1.       MAAYIKIROORGAANISIMII Seensa Maaykiroo-orgaanizimoonni orgaanizimoota xixiqqoo ijaa qullaan hin mul’anne ta’anii kanneen maayikrooskoppiin mul’ataniidha. Maayikiroorgaanizimoonni heedduu yoo ta’an illee, boqonnaa kana keessatti […]

Share this

General Biology III – Biol 323 Read More »

General Biology II – Biol 222

Koorsii:                                          Bayoloojii Waliigalaa II Lakkoofsa Koorsii:                        Biol. 222 Kireeditii /Credit Hour/:                 3 Yeroo walargaa/contact hours:      Sa’atii 7 (4 lekcharii fuulafulaan, Lab. Sa’atii 3/ torbeetti) Kan kennamuuf:                              Baarattota Saayinsii Walsimataa Dippiloomaa (Kutaalee5-6f) Ibsa koorsichaa Koorsiin kuni matadureewwan siilabasii kutaa 11-12 keessaa filataman kan hammatu fi akka ce’umsaatti kan fudhatame dha. Koorsii kana keessatti, boqonnaan tokko prinsipilootaa

Share this

General Biology II – Biol 222 Read More »

General Biology I – Biol 211

Maqaa Koorsii:- Baayoloojii Waliigalaa I Koodii Koorsii:- Biol.211 Kireditii Haawarii  (Cr.Hrs):- 3   Kontaakti Haawarii:- Sa’a 7 (Fuulaa fuulatti  sa’a 4 fi Laabooraatoorii sa’a 3) Koorsii dureen barbaachisu :-  BNSC 101 fi BNSC 102 Brattoota baraachuu qaban:–  Barattoota Muummee  “Integrated science” (Kutaa 5- 6 Barattoota Dippiloomaatif)  BOQQONNAA 1 Saayinsii Baayoloojii Uumamaa fi Bal’ina Baayoloojii Kaayyoo Dhumaa boqonnaa

Share this

General Biology I – Biol 211 Read More »

Basic Biology I – Biol 201

Maqaa koorsii: Baayoloojii Bu’uuraaKooddii koorsii: Bio 201Kiredit haawarii: 4Kontaakti haawarii: 7(fuulaa fuulatti sa’a 4 fi Laaboraatoorii sa’a 3)Koorsii dureen barbaachisu: BNSC 101 fi BNSC 102Barattoota barachuu qaban: Barattoota dippiloomaa Herregaa fi S/Naannoo 1-4Barsiisan (Generalist). Kaayyoo koorsichaa: Kaadhimamtootni, dhuma barnoota kanaa irratti: Hiika baayoloojii ni himu Birkiilee baayolojii fi kanneen isaan qo’atan ni addeessu Tartiiba mala

Share this

Basic Biology I – Biol 201 Read More »

Exit mobile version