General Physics I – Phy 211
BOQONNAA: 1KAL-QABEE(Vector)SeensaLeenjifamtootaa gara boqonnaa haaraa koorsii kanaatti baga nagaan dhuftan!Koorsii saayinsii bu’uuraa kanaan dura barattan keessatti mata dureelee addaa addaa irratti hubannoo argachuu keessan ni amanna. Boqonnaa isa kana keessatti immoo waa’ee kal-qabee irratti xiyyeeffanna. Waa’ee qaamolee safartamoota fiizikaalaa barnoota saayinsii bu’uuraa (BSC101) keessatti barachuu keessan ni yaadattu jennee abdanna.Boqonnaan kun bakka gurguddoo sadiitti qoodama. […]
General Physics I – Phy 211 Read More »