Author name: admin

General Physics I – Phy 211

BOQONNAA: 1KAL-QABEE(Vector)SeensaLeenjifamtootaa gara boqonnaa haaraa koorsii kanaatti baga nagaan dhuftan!Koorsii saayinsii bu’uuraa kanaan dura barattan keessatti mata dureelee addaa addaa irratti hubannoo argachuu keessan ni amanna. Boqonnaa isa kana keessatti immoo waa’ee kal-qabee irratti xiyyeeffanna. Waa’ee qaamolee safartamoota fiizikaalaa barnoota saayinsii bu’uuraa (BSC101) keessatti barachuu keessan ni yaadattu jennee abdanna.Boqonnaan kun bakka gurguddoo sadiitti qoodama. […]

Share this

General Physics I – Phy 211 Read More »

Teaching Mathematics in Lower Primary School II – TeMa 242 (LP)

Manneen Barnootaa Sadarkaa Tokkoffaa Marsaa Jalqabaa Herreega Barsiisuu I TeMa(lp) 242 Gurraandhala 2007BBO,Finfinnee  Biiroo Barnootaa OromiyaattiManneen Barnootaa Sadarkaa Tokkoffaa Marsaaa Jalqabaa Herreega Barsiisuu ITeMa(lp) 242Koodii Moojulichaa: TeMa(lp) 242Cr/hr : 3 Qopheessitonni:Sintaayyoo Danbii(M.SC) KBB AdoolaMitikkuu Taaddasaa(M.Ed) KBB AdoolaaTakkaa Dammaqaa(M.Sc) KBB AdoolaJiraataa Hawweeraa(M.Sc) KBB AdoolaGulaalaan:Gammadaa Tolasaa (M.Sc) KBB Dambii Dolloo Gurraandhala 2007BBO,Finfinnee QabiyyeeI. Seensa Moojulichaa 1II. Kaayyoo

Share this

Teaching Mathematics in Lower Primary School II – TeMa 242 (LP) Read More »

Introduction to Statistics – Math 271

Qabiyyee FuulaBOQONNAA 1 1Seenaa Istaatistiksii fi Dhiiyeessa Daataa 11.1. Seenaa Istaatistiksii 11.1.1. Hiikoolee Istaatistiiksii 21.1.2 Gosoota Istaatistiiksii 41.1.3 Faayidaalee Istaatistiiksii 41.1.4 Hanqinoota Istaatistiiksii 51.2. Maloota Daataan ittiin Dhiyaatu 81.3 Daataa histoogiraamii fi baargraafiin fayyadamuun dhiyeessuu 211.4. Chaartii Paayii (pie chart) 24BOQONNAA 2 30SAFARTOOTA HANDHURAA 302.1 Gatii giddu galaa ( Mean) 312.2 Gatii gidduu (Median) 362.3

Share this

Introduction to Statistics – Math 271 Read More »