Modeela COC Bara 2012 Muummee GJQf

Take COC Model Exam online

9
Created on By admin

Modeela COC Bara 2012 Muummee GJQf

Modeela COC Bara 2012 Muummee GJQf

1 / 201

GJQ 1. Kanneen armaan gadii keessaa sirna dalagaa onneefi sombaa keessatti kan hin hammatamne isa
kami?

2 / 201

GJQ 2. Maashaan fuldura irree harkaa ciqilee olii fi gateettii gidduutti argamu maal jedhamee waamama?

3 / 201

GJQ 3. Lafeen yeroo daa’imni dhalattu lakkoofsaan shan turee ga’eessummaa irratti wal qabachuun
lakkoofsaan tokko ta’u lafee maalii jedhama?

4 / 201

GJQ 4. Jijjiiramni /bu’aan/ shaakallii qaamaa dalagaa onnee irratti fidu maalinni?

5 / 201

GJQ 5. Barbaachisummaa Shaakallii qaamaa idilee kan hin taane isa kami?

6 / 201

GJQ 6. Kannen armaan gadii keessaa humnummaa dalagaa onnee fi sombaa dagaagsuuf kan gargaaru isa
kami?

7 / 201

GJQ 7. Namni ga’eessa fayyaa buleessi tokko yeroo boqonnaa isaa tilmaamaan qilleensa (O2) hangam gara
keessaatti fudhata?

8 / 201

GJQ 8. Kaayyoon ga’umsa qaamaa dandeetti addaa irratti xiyyeeffate isa kami?

9 / 201

GJQ 9. Sochii qaamaa ijoo ta’e hojjachuun dura qaama ho’isuun maaliif barbaachise?

10 / 201

GJQ 10. Sochii ispoortii keessatti miidhaa namarra ga’u hir’isuuf maal gochuu qabna?

11 / 201

GJQ 11. Kan saanduqa gargaarsa duraa keessatti hinargamne isa kami?

12 / 201

GJQ 12. Kanneen armaan gadii keessaa naamusa ispoortii kan hintaane isa kami?

13 / 201

GJQ 13. Isportessaan tokko yoo dhugaatii alkoolii dhuguu amaleeffate jijjiiramni irratti hin mul’anne isa
kami?

14 / 201

GJQ 14. Tapha irratti taphataa garee faallaa akka tasaa itti buutee yoo kuffiste maal gochuu qabda?

15 / 201

GJQ 15. Meeshaalee barnoota guddinaa fi jabeenya qaamaa (ispoortii) haala barsiisaan itti fayyadamuun
turtii (umurii) meeshaalee kanaa dheeressuu fi badii uumamu irraa oolchuuf maal gochuu qabna?

16 / 201

GJQ 16. Ispoortii aadaa biyya keenyaa keessaa humnaa fi mala cimaa kan gaafatu ta’ee namoota lama
gidduutti kan gaggeeffamu isa kami?

17 / 201

GJQ 17. Kanneen armaan gadii keessaa Daa’imman Qaroo Dhabeeyyii ilaalchisee kamtu sirrii
miti?

18 / 201

GJQ 18. Ispoortii aadaa biyya keenyaa keessaa humnaa fi mala cimaa kan gaafatu ta’ee namoota lama
gidduutti kan gaggeeffamu isa kami?

19 / 201

GJQ 19. Morkii ispoortii aadaa ilaalchisee sirrii kan hin taane isa kami?

20 / 201

GJQ 20. Gabateen Saddeeqaa boolla meeqa qabaachuu qaba?

21 / 201

GJQ 21. Ispoortiiwwan aadaa armaan gadii keessaa xumurri taphaa yeroodhaan (sa’atiin) kan
daangeffame isa kami?

22 / 201

GJQ 22. Tapha kubbaa kachoo keessatti kubbaa firicisiisuu ilaalchisee sirrii kan hintaane isa kami?

23 / 201

GJQ 23. Tapha kubbaa saaphanaa keessatti kubbaa taphataa garee masaanuutiin saaphanaa olitti
rukutamte ittisuun kan danda’amu taphataa meeqaan ta’uu qaba?

24 / 201

GJQ 24. Tapha kubbaa miilaa keessatti faayidaan kubbaa addaan (kallachaan) dha’uu maali?

25 / 201

GJQ 25. Yeroo kubbaan keessoo miilaatiin dhiitamtu kofti miilla kubbaa dhiituu fi hindhiitne gidduu
jiraachuu qabu meeqa?

26 / 201

GJQ 26. Atileetiksiin bakka gurguddaa meeqaatti qoodama?

27 / 201

GJQ 27. Fageenya fiigichaa armaan gadii keessaa jalqabbii fi xumurri isaa toora sirrii /sarara qajeelaa/
kan ta’e isa kami?

28 / 201

GJQ 28. Kanneen armaan gaii keessaa dogongorri yeroo darbannaa eeboo mul’atu isa kami?

29 / 201

GJQ 29. Atileetiin tokko utaalcha lafarraa yeroo utaalu sochii inni raawwachuu qabu keessaa sadarkaa
sadaffaa irratti kan argamu isa kami?

30 / 201

GJQ 30. Ka’umsa jilbiibbii kan fayyadamnu gosa fiigichaa isa kamiif?

31 / 201

GJQ 31. Sochiiwwan armaan gadii keessaa aadaa fi shubbisa hawaasaa irraa argame jedhamee kan
amanamu isa kami?

32 / 201

GJQ 32. Biyyoota armaan gadii keessaa biyyi hundumaa dursitee jimnaastikiidhaaf iddoo guddaa
kennuun gutummaa biyyattii keessatti gaggeessaa turte

33 / 201

GJQ 33. Jimnaastikii hojjachuu kan qaban namoota akkamiiti?

34 / 201

GJQ 34. Sochii madaala qaamaa miila tokkoon minjaalatti /balance beam/ fayyadamuun hojjachuu
ilaalchisee sirrii kan hintaane isa kami?

35 / 201

GJQ 35. Qullaa ta’uun sochii dalaguun afaan Laatiiniitiin mal jedhama?

36 / 201

GJQ 36. Kanneen armaan gadii keessaa dalagaa dirree jedhamee kan waamamu isa kami?

37 / 201

GJQ 37. Gosa ispoortii armaan gadii keessaa peentaatiloonii jabana durii keessatti kan hin
haammatamne isa kami?

38 / 201

GJQ 38. ADP jechuun maal jecbuu dha?

39 / 201

GJQ 39. Seera tapha kubbaa kaachoo keessaatti sa’aatiin murteessaa kan hin dhaabbanne yoomi?

40 / 201

GJQ 40. Namni tokko qaama isaa keessaa hanqina vitamin “C” yoo qabaate dhibee
__________________ f saaxilama.

41 / 201

GJQ 41. Seelota dhiigaa keessaa kan parsantii guddaa qabu kami?

42 / 201

GJQ 42. Kanneen armaan gadii keessaa tokko dalagaa sirna lafee miti.

43 / 201

GJQ 43. Fiigicha ulee walii kennuu 4X100m ilaalchisee sirrii kan ta’e kami?

44 / 201

GJQ 44. Kanneen armaan gadii keessaa tapha kubbaa saaphanaa taphoota kubbaawwan biroo irraa
adda kan taasisu kami?

45 / 201

GJQ 45. Akaakuu nutiriishinii armaan gadii keessaa kan anniisaa hunda caalaa burqisiisu kami?

46 / 201

GJQ 46. Seera tapha kubbaa miilaa keessatti faayidaan sarara naannoo galii (11m) maali?

47 / 201

GJQ 47. Faayidaa jimnaastikii walabaa kan hintaane kami?

48 / 201

GJQ 48. Kanneen armaan gadii keessaa tokko tapha kubbaa harkaa keessatti badii daqiiqaa lamaa
kennisiisudha.

49 / 201

GJQ 49. Tapha aadaa Ispoortii Itiyoophiyaa ilaalchisee kan sirrii ta’e kami?

50 / 201

GJQ 50. Akka seera IAAFti ulfaatinni eeboo dhiiraaf dubaraaf walduraa duubaan meeqa?

51 / 201

GJQ 51. Yeroo jalqabaaf biyyoonni waancaa CAF irratti hirmaataanii taphatan meeqa turan?

52 / 201

GJQ 52. Kanneen armaan gadii keessaa seera tapha kubbaa miilaa keessatti gahee murteessaa 1ffaa
kan hin tane kami?

53 / 201

GJQ 53. Akka seera tapha kubbaa miilaatti seera rukuttaa adabbii dhumaa /peenaaliitii/ ilaalchisee
sirrii kan ta’e kami?

54 / 201

GJQ 54. Kanneen armaan gadii keessaa tokko shamarran qofaatu keessatti hirmaata.

55 / 201

GJQ 55. Barattoota qaro-dhabeeyyii yeroo sochiirratti hirmaachisnu funyoo kan hin barbanne isa kami?

56 / 201

GJQ 56. Dadhabbiilee armaan gadii keessaa malli baruu-barsiisuu irra caalaa of eeggannodhaan
gurmaa’uu barbaadu kami?

57 / 201

GJQ 57. Akka seeraatti taphni kubbaa harkaa murteesitoota 1ffaa aangoo walqixa qaban meeqa qaba?

58 / 201

GJQ 58. Gosti taphaa qindaawaa ta’ee seeraafi heera qabu maal jedhamee waamama?

59 / 201

GJQ 59. Darbannaa waqaraa barsiisuuf malli barattoota daree qindeessuuf baay’ee mijataa ta’e kami?

60 / 201

GJQ 60. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu gosa ispoortii tooraa miti?

61 / 201

GJQ 61. Waldorgommii ulee walii kennuu keessatti bakki ulee atileetii garee ofiitiif
kennan____________ jedhama.

62 / 201

GJQ 62. Fiigicha gabaabaa jalqabuuf ajajni 1ffaan maali?

63 / 201

GJQ 63. Namni sochii jiminaastikii keessatti bifa idilee ta’een hirmaatu _____________ jedhama

64 / 201

GJQ 64. Jiminaastikii ilaalchisee kanneen armaan gadii keessaa kamtu sirrii miti?

65 / 201

GJQ 65. Kanneen armaan gadii keessaa tokko irraa kan hafe hundumtuu sochiilee
jiminaastikiitiin ni dagaagu

66 / 201

GJQ 66. Gosa taphoota kubbaa keessaa kan taphataan tokko bakka isaaf kenname qofa keessa
taphachuu qabu isa kami?

67 / 201

GJQ 67. Sochii dalagamu tokko dura faayidaan qaama ho’ifachuu maali?

68 / 201

GGQ 68. Yeroo boqonnaa ykn hojiin alaa sirriitti itti fayyadamuun maal ibsa?

69 / 201

GJQ 69. Gosi niwutireentii nyaataa dagaagina qaamaa fiduuf guddina seelota qaamaaf barbaachisu isa
kami?

70 / 201

GJQ 70. Akka Dhaabbata Fayyaa Addunyaatti hiika ‘fayyaa’ jedhu ilaalchisee kanneen armaan gadii
keessaa himni sirrii ta’e kami?

71 / 201

GJQ 71. Kubbaa qila’uu kubbaa saaphanaaf yoo jenne; kubbaa yeroo jalqabaaf dhiitamu_________f
jenna.

72 / 201

GJQ 72. Kanneen armaan gadii keessaa malli dagaagina onneefi sombaa (cardiovascular endurance) safaruuf mijataa ta’e kami?

73 / 201

GJQ 73. Yeroon tapha idilee ispoortii aadaa qillee meeqa?

74 / 201

GJQ 74. Kanneen armaan gadii keessaa sochii eeroobikii ilaalchisee kamtu sirriidha?

75 / 201

GJQ 75. Naamusa ispoortii keessatti kanneen armaan gadii keessaa tooftaa (mala) balaa ofirraa ittisuu
kan hin taane kami?

76 / 201

GJQ 76. Taphootni qindaawoo ta’anii seeraafi heera dhaabbataa bakkaa bakkatti garaagarummaa hin qabaanne _____________dha.

77 / 201

GJQ 77. Kanneen armaan gadii keessaa tokko amala taphaa miti

78 / 201

GJQ 78. Tapha kubbaa saaphanaa keessatti gochi saaphanaa olitti taphataan sarara fuulduraa humna guddaadhaan gara gadiitti/lafaatti kubbaa dhahuu maal jedhama?

79 / 201

GJQ 79. Kanneen armaan gadii keessaa tokko ispoortii garee keessatti ramadama;

80 / 201

GJQ 80. Gootichi atileetii Olompikii Roomirratti miilla qullaan fiigee Maraatonii injifate eenyu?

81 / 201

GJQ 81. Gosi nyaataa yeroo sochii hatattamaatiif madda anniisaa ta’u isa kami?

82 / 201

GJQ 82. Kanneen armaan gadii keessaa himni dhugaa ta’e kami?

83 / 201

GJQ 83. Yeroon idilee tapha kubbaa kachoof kennamu meeqa?

84 / 201

GJQ 84. Kanneen armaan gadii keessaa taphoota Olompikii keessattuu Federeeshiniin Ispoortii Itoophiyaa hamma tokko bu’a qabeessa kan ittiin ta’e kami?

85 / 201

GJQ 85. Gosi kottoonfannaa maashaa sochii dalagamaa jiru keessatti maashaan si’ataa ta’ee dheerachuufi gabaabbachuu hin qabaanne ykn sochii maashaa dhaabbataa maal jedhama?

86 / 201

GJQ 86. Kanneen armaan gadii keessaa tokko miidhaa ispoortii fiduuf sababa miti

87 / 201

GJQ 87. Kanneen armaan gadii keessaa tokko tapha kubbaa harkaa keessatti dhorkaadha

88 / 201

GJQ 88. Miidhamni erga mudateen booda yaalii duraa (first aid) keessatti ‘RICE’ maali?

89 / 201

GJQ 89. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu amala hinbarbaachisneedha?

90 / 201

GJQ 90. Kanneen armaan gadii keessaa tokko amala nama ispoortii hindalagneeti

91 / 201

GJQ 91. Kanneen armaan gadii keessaa_______________ irraa kan hafe hundumtuu faayidaa sochii

92 / 201

GJQ 92. Ofeeggannoo sochii qaamaa ilaalchisee soba kan ta’e addaan baasi

93 / 201

GJQ 93. Tapha kubbaa saaphanaa keessatti gareen lamaan tapha marsaa tokkoo keessatti yoo qabxiin 24’n walqixxee ta’an, taphni kan itti fufu hanga gareen tokko meeqa ga’utti?

94 / 201

GJQ 94. Kanneen armaan gadii keessaa tokko ga’uumsa motoorii irratti dhiibbaa hin qabu.

95 / 201

GJQ 95. Meeshaalee armaan gadii keessaa kan saalaan hin daangofne kam?

96 / 201

GJQ 96. Umurii baayilojikaalaa armaan gadii keessaa daa’imman giddu galeessaan dandeettii bu’uuraa qabachuu, dhiitu fi hubuu dagaagfatu

97 / 201

GJQ 97. Seera tapha kubbaa kachoo fi kubbaa saaphanaa yoo wal bira qabnu isaan armaan gadii

98 / 201

GJQ 98. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu maashaafi lafee walitti qabsiisa?

99 / 201

GJQ 99. Kanneen armaan gadii keessaa buusaan sochii kallattii tokko qofaa taasisu kami?

100 / 201

GJQ 100. Shaakala qaamaa dalaguun onnee irratti jijjiirama maal fida?

101 / 201

GJQ 101. Garaagarummaa bu’uuraa ga’umsa qaamaa dandeettiin wal qabatuufi ga’uumsa qaamaa
fayyummaan walqabatu kan ta’e kami?

102 / 201

GJQ 102. Bu’aan fiigicha 100m irratti galmeessan: Abbabaa 11sec, Ayyalaa 12sec, Kabbada 10sec, Idiriis 13sec yoo ta’e, ga’uumsa gaarii kan agarsiise eenyu?

103 / 201

GJQ 103. Kanneen armaan gadii keessaa hanqina ijaarsa qaamaa kan hin taane kam?

104 / 201

GJQ 104. Kanneen armaan gadii keessaa fayyaa namaa kan miidhu ta’ee kan too’atamuu hin dandeenye kami?

105 / 201

GJQ 105. Miidhamni uumamee hordoffii hatattamaa taasisudhaan dhiigni akka dhaabbatu gochuun sa’aatii meeqa keessatti raawwatama

106 / 201

GJQ 106. Gosa ispoortii armaan gadii keessaa miidhamni cimaan isa kam keessatti nama mudachuu danda’a?

107 / 201

GJQ 107. Madaan afaan hinbannee (Bruises) yoo barataa mudatee gargaarsi jalqabaa nuti gochuu qabnu maali?

108 / 201

GJQ 108. Amalli barsiisaa barnoota GJQ irraa hin eegamne kami?

109 / 201

GJQ 109. Tapha waliif yaadaa taphachuu /fair play/ guddisuufi eeguu wajjiin walqabatee amaloota armaan gadii keessaa sirrii kan hintaane kami?

110 / 201

GJQ 110. Ulfaatinni qaama Yaadasaa 60kg, dheerinni isaa ammoo 1.70m yoo ta’e bodii maas indeeksii (BMI) isaa shallagi.

111 / 201

GJQ 111. Sochiilee ispoortii armaan gadii keessaa kan Itoophiyaa qofa keessatti beekamu isa kami?

112 / 201

GJQ 111. Sochiilee ispoortii armaan gadii keessaa kan Itoophiyaa qofa keessatti beekamu isa kami?

113 / 201

GJQ 112. Tapha aadaa Itoophiyaa keessatti taphatamu keessaa gosti taphaa taphattoota 10niin taphatamu kami?

114 / 201

GJQ 113. Ga’ee miseensota garee ispoortii aadaa korboo kan hintaane isa kami?

115 / 201

GJQ 114. Meeshaalee taphaa armaan gadii keessaa tapha qilleetif kan oolu kami?

116 / 201

GJQ 115. Ispoortii aadaa Itoophiyaa armaan gadii keessaa meeshaafi teekinikni qabannaa isaa kan eeboo darbannaa walin walfakkaatu kami?

117 / 201

GJQ 116. Marsaan waldorgommii waliigalaa tapha ispoortii aadaa wal’aansoo meeqa?

118 / 201

GJQ 117. Kanneen armaan gadii keessaa amala taphoota xixiiqqaa kan hin taane kam?

119 / 201

GJQ 118. Ispoortii aadaa ilaalchisee sirrii kan hin taane isa kami?

120 / 201

GJQ 119. Taphni kubbaa saaphanaa yeroo jalqabaa mal jedhamee wamamaa ture?

121 / 201

GJQ 120. Akaakuu ramaddii /tornaamentii/ sagantaa waldorgommii armaan gadii keessaa garee baayee walitti fiduun dorgomsiisuun yeroo gabaabaa keessatti moo’ataa argachuuf gaarii kan ta’e kami?

122 / 201

GJQ 121. Dandeettii bu’uuraa tapha kubbaa miilaa ta’ee tapha kubbaa saaphanaa keessatti kan itti fayyadamuu kan dandeenyu isa kami?

123 / 201

GJQ 122. Tapha kubbaa miillaa keessatti yoo kubbaan karaa sarara cinaa/dalgee taphataa tokkoon gara alaatti baate akkaataan kubbaan deebitee tapha keessa ooltu isa kamtu ibsa?

124 / 201

GJQ 123. Taphoota kubbaawwanii armaan gadii keessaa seera yeroo taphaa ilaalchisee adda kanta’e isa kami?

125 / 201

GJQ 124. Safartiin dirree kubaa harkaa idil-Addunyaa meeqa?

126 / 201

GJQ 125. Seerri sakandii 8 tapha kubbaa kachoo keessatti maal ibsa?

127 / 201

GJQ 126. Inni tokko fageenya fiigicha danqaraa dhiiraa qofa ilaallata.

128 / 201

GJQ 127. Fageenyi sirriin hin ka’amiin isa kami?

129 / 201

GJQ 128. Kanneen armaan gadii keessaa dalaga dirree kan hin taane isa kami?

130 / 201

GJQ 129. Tiraakiin ykn toorri fiigichaa marsaa guutuun 400m ta’e dheerinni toora qajeelaa tokkoo meeqa?

131 / 201

GJQ 130. Kanneen armaan gadii keessaa meeshaalee jimnaastikii keessatti kan hin hammatamne kam?

132 / 201

GJQ 131. Kanneen armaan gadii keessaa raawwii shaakala yeroo baayee kan agarsiisu kam?

133 / 201

GJQ 132. Qophiin barataan fedhiifi kaka’umsa gaarii itti agarsiisu maali?

134 / 201

GJQ 133. Maloota utaalcha olii ittiin utaalan keessaa mala durii ykn mala moofaa jedhamee kan waamamu kami?

135 / 201

GJQ 134. Gosni mitikka iddoo lafeen lamaaf lamaa olii walqabatan gidduutti argamu isa kami?

136 / 201

GJQ 135. Kanniin armaan gadii keessaa dagaagina qaamaatiif (motora) gahee olaanaa kan qabu kami?

137 / 201

GJQ 136. Waa’ee jimnaastikii ilaalchiisee hima dogongora qabu keessaa filadhu.

138 / 201

GJQ 137. Atileetiin tokko shaakala sochii qaamaa itti baruu dadhabuu fi shaakaluu jibbaa dhufuun isaa rakkoo maalii qabaachuu agarsiisa.

139 / 201

GJQ 138. ObboTolaan daqiiqaa tokko keessatti push-aappii diigdama yoo hojjate jabeenyi irree harkaa fi gateettii isaanii ________ jechuu nama dandeessisa.

140 / 201

GJQ 139. Hanqinni jabeenya lafee ____________________ jedhama.

141 / 201

GJQ 140. Taphni kubbaa miillaa yeroo gaggeffamu gareen moo’e qabxii meeqa argata?

142 / 201

GJQ 141. Karoora barannoo/guyyaa/ yeroo baaftu qaama ho’ifachuu barattootaa kutaa karooraa isa kam keessatti ibsita?

143 / 201

GJQ 142. Barsiisaan barnoota guddinaa fi jabeenya qaamaa barattoota isaa dirreetti bobbaasee qaama erga ho’ifatanii booda sochii hojachiisuuf gochaan inni duraa maal ta’a?

144 / 201

GJQ 143. Barnoota guddinaa fi jabeenya qaamaa barsiisuuf seer-bu’uura dhuunfaatti fayyadamuun maaliif barbaachise?

145 / 201

GJQ 144. Barattootni shaakalaan yeroo baratan wanti isaan gochuu qaban maali?

146 / 201

GJQ 145. Xumura shaakalaa irratti qaama qabbaneessuf sochii nuti fayyadamuu hin qabne kami?

147 / 201

GJQ 146. Dirree irratti hiriirsitee yeroo sochii qaamaa barsiisuuf jettu barattoonni fuula isaanii kallattii kamitti garagalchanii dhaabbachuu qabu?

148 / 201

GJQ 147. Garaagarummaa barattoota gidduu jiru hubachuun, barsiisaan guddinaa fi jabeenya qaamaa seer bu’uuraalee baruu-barsiisuu jiran keessaa kamitti fayyadamuu qaba?

149 / 201

GJQ 148. Kanneen armaan gadii keessaa sirriitti barsiisuu danda’uu kan ibsu isa kami?

150 / 201

GJQ 149. Adeemsa karoorsuu keessatti gaaffilee bu’uuraa beekaman keessaa kan kaayyoo barnoota sanaa murteessuu/ibsu isa kami?

151 / 201

GJQ 150. Qindoomina mala buufataatiin shaakala barsiisuu keessatti gahee barsiisaa kan ta’e isa kami?

152 / 201

GJQ 151. Faayidaa madaallii barnootaa kan hin taane isa kami?

153 / 201

GJQ 152. Madaallii taphoota kubbaa ykn sochii gaggeesuu ilaalchisee sirrii kan hin taane isa kami?

154 / 201

GJQ 153. Qabiyyeen barnoota guddinaa fi jabeenya qaamaa yeroo qophaa’u kan inni irratti hundaa’uu qabuu.

155 / 201

GJQ 154. Isaan armaan gadii keessaa tokko hiika mala baruu barsiisuuti

156 / 201

GJQ 155. Kanneen armaan gadii keessaa tokko jecha jijjiiramni kaayyoo gooree ittiin ibsamuu dha.

157 / 201

GJQ 156. Kanneen armaan gadii keessaa tokko qabiyyee barnoota GJQ barsiisuuf gargaara.

158 / 201

GJQ 157. Kanneen armaan gadii keessaa tokko mala barattoota hirmaachisaa fi gammachiisaa barsiisuuf gargaaru miti.

159 / 201

GJQ 158. Kanneen armaan gadii keessaa tokko faayidaa iyyaafanooti

160 / 201

GJQ 159. Baldhaa irraa gara dhiphaatti yoo deemu tartiibni sirriin kami?

161 / 201

GJQ 160. Adeemsa baruu barsiisuu keessatti hanga raawwii gocha barataa laakkoofsaan kaa’uun ibsuun kan agarsiisu

162 / 201

GJQ 161. Akaakuu teessumaa keessaa sochii barattootaa to’achuuf irra caalaa mijataa kan ta’e kami?

163 / 201

GJQ 162. Kanneen armaan gadii keessaa sababa jeequmsa daree barattootaa ta’uu kan hin dandeenye isa kami?

164 / 201

GJQ 163. Mala baruu barsiisuu keessaa qabiyyee barnoota guddinaafi jabeenya qaamaa gochaa barsiisuuf irra caalaa filatamaa kan ta’e kami?

165 / 201

GJQ 164. Kanneen armaan gadii keessaa tokko meeshaalee barumsaa qopheessuuf dursa wanta beekamuu qabuudha.

166 / 201

GJQ 165. Malli barattoonni wanta duraan beekan irraa ka’uun waa uumuun kan mataa isaaniin itti dabalanii akka hojjetan gochuun barsiisuu _____dha.

167 / 201

GJQ 166. Sochii qaamaa dirree irratti yeroo hojjechiifnu fiiguun utubaa kubbaa miilaa tuqii deeebi’i yoo jenne malli kun mala maaliiti:

168 / 201

GJQ 167. Kaayyoon barnootaa maal irratti hundaa’ee bu’uureffama?

169 / 201

GJQ 168. Kaayyoo B.G.J.Q. keessaa namni sochii ispoortii keessatti hirmaatu tasgabbii, obsaa fi sansaka gaarii akka qabaatu godha kan jedhu kan ibsu

170 / 201

GJQ 169. Kanneen armaan gadii keessaa tokko iyyaafannoon kan gaggeeffamuu miti.

171 / 201

GJQ 170. Dandeettiin odeeffannoo sammuurraa gara maashaaleetti dabarsuu maali?

172 / 201

GJQ 171. Kanneen armaan gadii keessaa mala dandeettii sochii qaamaa barachuuf bu’aa xiqqaa/gadaanaa kan qabu isa kami?

173 / 201

GJQ 172. Sadarkaalee baruufi barsiisuu keessatti sadarkaa barsiisaan barattoota akka dheerina isaaniitti qindeessu, fayyummaafi haala uffataa itti mirkaneeffatu kami?

174 / 201

GJQ 173. Sadarkaan adeemsa raawwii sochii ibsuudhaan yaad-rimee ykn hubannoo dandeettii guddifachuu isa kami?

175 / 201

GJQ 174. Barnoota guddinaafi jabeenya qaamaa keessatti tokko malee kanneen hafan qabiyyeen kan irratti hundaa’ee qophaa’uudha.

176 / 201

GJQ 175. Adeemsa barsiisuu keessatti kan barsiisaan barataatti himuun/agarsiisuun kallattii dhumaa dalagaa isaanii hordofuufi raawwii isaanii madaaluun________ jedhama.

177 / 201

GJQ 176. Kanneen armaan gadii keessaa tokko amala waliigalaa barannoo barnoota Guddinaafi Jabeenya Qaamaa miti

178 / 201

GJQ 177. Waldanda’uu, walgargaaruufi miira hawwataa namoota biroo waliin horachuun murna barnootaa kam jalatti ramadama?

179 / 201

GJQ 178. Dandeettiin waa’ee faayidaa yaad-rimee tokkoo murtiirra ga’uu maal jedhama?

180 / 201

GJQ 179. Kanneen armaan gadii keessaa yeroo shaakalliin barnoota Guddinaafi Jabeenya qaamaa gaggeeffamu tartiibni sirrii ta’e isa kami?

181 / 201

GJQ 180. Heerri SMART galma ga’iinsa sochii qaamaaf bu’a qabeessaadha. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu SMART dha?

182 / 201

GJQ 181. Karoorri barannoo barnoota Guddinaafi Jabeenya Qaamaa kanneen armaan gadii keessaa tokko hin hammatu;

183 / 201

GJQ 182. Adeemsa baruufi barsiisuu barnoota Guddinaafi jabeenya Qaamaa keessatti tartiibni sirrii ta’e kami?

184 / 201

GJQ 183. Ofeeggannoo sochii qaamaa addaa addaa barsiisuun galma barnootaa keessaa isa kamitti hammatama?

185 / 201

GJQ 184. Barsiisaan barnoota Guddinaafi Jabeenya Qaamaa kanneen armaan gadii keessaa tokko irraa kan hafe hojjechuuf diqama qaba

186 / 201

GJQ 185. Kanniin armaan gadii keessaa tooftaan filatamoo barachuu dandeettii qaamaa kan ta’e isa kami?

187 / 201

GJQ 186. Jiminaastikii bu’uuraa keessatti yommuu sochii gaggaragaluu barsiistu kutaa qaamaa keessaa kamtu dursee afata/lafa tuqa jettee barsiista?

188 / 201

GJQ 187. Kanneen armaan gadii keessaa tokko adeemsa barsiisuu keessatti qajeelfamni barannoon akka sirriitti hubatamu kan godhuu miti

189 / 201

GJQ 188. Sochiilee garaagaraa dalaguun barachuu keessatti qindoominni maashaafi fi sammuu;

190 / 201

GJQ 189. Kanneen armaan gadii keessaa tokko gahee manni barnootaa barnoota Guddinaafi Jabeenya Qaamaa kennamuun barattoota jiruufi jireenya gaarii ta’etti guddisuu miti

191 / 201

GJQ 190. ____________ irraa kan hafe kanneen armaan gadii hundumtuu bu’aa qulqullina Barnoota Guddinaafi Jabeenya Qaamaati

192 / 201

GJQ 191. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu kaayyoo gooree barnoota G.J.Q. ibsa?

193 / 201

GJQ 192. Dhuma boqonnaa kanaa booda barattoonni maalummaa mala baruu barsiisuu ni dinqisiifatu; kan jedhu keessatti qabiyyee kan nutti agarsiisu kam?

194 / 201

GJQ 193. Kanneen armaan gadii keessaa tokko faayidaa meeshaa deegarsa barnootaa miti.

195 / 201

GJQ 194. Akaakuu iyyaafannoo keessaa kan fedhii, hawwii fi sadarkaa barataa addaan baasuuf gargaaru kam?

196 / 201

GJQ 195. Kanneen armaan gadii keessaa faayidaa karoora baruu barsiisuu iaalchisee kan sirrii ta’e kami?

197 / 201

GJQ 196. Malli wanta barsiisuuf barbaadame sana barattoonni qaamaan bira gahanii akka argan gochuun qayyabachiisuun barsiisuu_______dha.

198 / 201

GJQ 197. Bu’uurri sirna barnootaa maal ta’uu qaba?

199 / 201

GJQ 198. Barattoota barsiifnuuf qabiyyeen mijataa ta’uuf dhiisuu adda baafachuun karoorsuun kanneen armaan gadii keessaa isa kam ibsa?

200 / 201

GJQ 199. Dandeettii barachuu barattootaa irratti hundaa’ee barattoota gosa meeqatu jira?

201 / 201

GJQ 200. Kanneen armaan gadii keessaa falaasama leenjisuu kan leenjisaan hojiirra oolchu isa kami?

Your score is

The average score is 14%

0%

Share this

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Exit mobile version