Modeela COC Bara 2012 Muummee BLAGf

Take COC Model Exam Online

0
Created on By admin

Modeela COC Bara 2012 Muummee BLAGf

Modeela COC Bara 2012 Muummee BLAGf

1 / 200

Civ 1. Dimokiraasii ilaalchiisee kan sirri ta’e kami?

2 / 200

Civ 2. Kanneen armaan gadii keessa pirinsipilii dimokiraasii kan hin taane kami?

3 / 200

Civ 3. Mirga dimokiraasii mirga namummaa irraa maaltuu adda godha?

4 / 200

Civ 4. Biyya tokko keessatti bulchiinsi gaariin akka jiraatu maaltu barbaachisaa?

5 / 200

Civ 5. Biyya tokko keessatti bulchiinsi gaariin jira kan jechisiisuu:

6 / 200

Civ 6. Kanneen armaan gadii keessaa mirga siyaasaa kan ta’e kami?

7 / 200

Civ 7. Waldanda’uun baay’inummaa(hedduminaa) yoo jiraate:

8 / 200

Civ 8. Biyya tokko keessatti bulchiinsi gaariin yoo jiraate olaantummaan seera bifa kamin ibsama?

9 / 200

Civ 9. Ol’aantummaan seeraa yoo mirkanaa’ee bu’aan gama hawaasummaatiin argamuu danda’u kami?

10 / 200

Civ 10. Biyya kamiyyuu keessatti madda seeraa fi qajeelchaa seerotaa kan ta’e kami?

11 / 200

Civ 11. .Seerri biyya tokkoo dimokiraatawaadha kan jedhamu:

12 / 200

Civ 12. Sirna dimokiraatawaa ta’e keessatti heerri maaliif barbaachisa?

13 / 200

Civ 13. .Malaanmaltummaan karaa siyaasaatiin miidhaa akkamii fiduu danda’a?

14 / 200

Civ 14. Itoophiyaan maaliif malaanmaltummaa irratti duultee?

15 / 200

Civ 15. .Walqixxummaa jechuun:

16 / 200

Civ 16. Walqixxummaan maaliif barbaachisaa?

17 / 200

Civ 17. Walqixxummaa koornayaan barnnoota irratti jiru kan hin mul’isne kami?

18 / 200

Civ 18. Akka Heera MFDR Itoophiyaatti mirgi hiree ofii ofiin murteessuu Saboota, Sab-lammootaa fi Uummattootaa ilaachisee kan armaan gadii keessaa tokko mirga kenname miti.

19 / 200

Civ 19. Kanneen armaan gadii keessaa kaayyoo waldaa dubartootaa kan ta’e kami?

20 / 200

Civ 20. Akka heera MFDR Itoophiyaati walqixxummaa amanti ilaalchisee kan sirri ta’e kami?

21 / 200

Civ 21. Haqummaa ilaalchisee kan sirri hin taane kami?

22 / 200

Civ 22. .Akaakuu haqummaa keessaa yeroo baay’ee mana murtii keessatti hojiirra kan ooluu kami?

23 / 200

Civ 23. Akka Heera MFDR Itoophiyaatti namni yakkaan shakkame tokko yoo to’annoo seeraa jala oolu mirga armaan gadii keessaa kam qaba?

24 / 200

Civ 24. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu amala gaarummaa lammii tokkoo agarsiisa?

25 / 200

Civ 25. Haqummaa faayidaa fi gahee waliif qooduu “distributive justice” ilaalchisee kan sirri hin taane kami?

26 / 200

Civ 26. Bilisummaan mana murtii maaliif barbaachisaa?

27 / 200

Civ 27. Sirna dimokiraasii keessatti haqummaa mirkanneessuun gahee eenyuuti?

28 / 200

Civ 28. Kanneen armaan gadii keessaa gahee mana murtii kan ta’e kami?

29 / 200

Civ 29. Akka hiika ammayyaatti jaalala biyyaa ilaalchisee kan sirri hin taane kami?

30 / 200

Civ 30. Muldhistoota jaalala biyya kan ta’e kami?

31 / 200

Civ 31. Namni biyya isaa jaallatu:

32 / 200

Civ 32. Kanneen armaan gadii keessa hundee jaalala biyyaa kan ta’e kami?

33 / 200

Civ 33. Kanneen armaan gadii keessaa tokko jaalala biyyaa kan ibsu miti.

34 / 200

Civ 34. Namni tokko jaalala biyyaa eessa irraa argachuu danda’a?

35 / 200

Civ 35. Jaalala biyyaa nama dhuunfaan ibsamu kan hin taane kami?

36 / 200

Civ 36. Kanneen armaan gadii keessaa madda goolii uumtummaa kan ta’e kami?

37 / 200

Civ 37. Ittigaafatamummaa jechuun:

38 / 200

Civ 38. Kanneen armaan gadii keessaa madda ittigaafatamummaa kan ta’e kami?

39 / 200

Civ 39. Ittigaafatamummaa dhuunfaa kan hin taane kami?

40 / 200

Civ 40. Itti gaafatamummaa bahuu irraa bu’aan argamu danda’u:

41 / 200

Civ 41. Itti gaafatamummaa nama tokko kan madaalamuu danda’u:

42 / 200

Civ 42. Yeroo balaan adda addaa biyyaa fi uummata mudatu lammiileen itti gaafatamummaa kam bahuu qabu?

43 / 200

Civ 43. Itti gaafatamummaa lammiilee kan hin ta’ane kami?

44 / 200

Civ 44. Hojii jechuun:

45 / 200

Civ 45. Kanneen armaan gadii keessaa duudhaa hojii tarkaanfachiisoo kan hin taane kami?

46 / 200

Civ 46. Kanneen armaan gadii keessaa faayidaa hojii kan ta’e kami?

47 / 200

Civ 47. Qulqullina hojiirratti dhiibbaa kan fiduu danda’u kami?

48 / 200

Civ 48. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu sirrii walitti firoome?

49 / 200

Civ 49. Kanneen armaan gadii keessaa Imaammata Alaa Itoophiyaatiif bu’uura kan ta’e kami?

50 / 200

Civ 50. Murtoon dhiibbaa kamiiyyuu kan qaama seera tumuu fi seera raawwachiisu irraa walaba ta’e mana murtiitiin ni kennama. Kan armaan gadii keessaa kamtu hima armaan olii guduunfaa?

51 / 200

Civ 51. Heerri seera bu’uuraa biyyaa kan seerotaa fi qajeelfamoota hundaa ol ta’e yoo ta’u, heeraan buluun yaada maal jedhu waliin walqabataa?

52 / 200

Civ 52. Namni tokko dhaabbata keessatti loogii namootaan irra gaheen hiriyyaan dhihoo jijjiirraadhaaf haala mijeesseef haa jennu. Akaakuun malaammaltummaa nama kanaan raawwatame:

53 / 200

Civ 53. Heerri MFDRI tokkoon tokkoon saboota,sablammoota fi ummattoota biyyattiitiif mirga afaan ofiitiin dubbachuu,barreessuu fi afaanii fi aad aa ofii dagaagfachuu kenneera.

54 / 200

Civ 54. Kanneen armaan gadii keessaa manni barumsaa barattoota qaama miidhamtoota ta’an gargaaruuf maal irratti xiyyeeffata?

55 / 200

Civ 55. Yeroo namni tokko amantii isaa/ ishee nama biraa irratti fe’uuf yaalu/tu haalli ni uumama jedhamee eegamu:

56 / 200

Civ 56. Kanneen armaan gadii keessaa kan irra caalaa lammiileen walqixa tajaajila hawaasummaa fi hirmaannaa taasisuu qabu jedhu kami?

57 / 200

Civ 57. Kabajni aadaa saboota,sab-lammootaa fi ummattoota Itoophiyaa tumaataaleekam ibsa?

58 / 200

Civ 58. Kanneen armaan gadii keessaa uummatni aangoo seeraan alaatiin akka hin miidhamneef kan dhoowwu:

59 / 200

Civ 59. Dhaabbilee hedduun Itoophiyaa keessatti gochaalee hooggantootaa kan haqummaa hin qabne heddu qeequ.Yaadni hima armaan olii kana ibsu kami?

60 / 200

Civ 60. Kanneen armaan gadii keessaa barbaachisummaa gibiraa irratti barattoonni daree keessatti hubannoo gahaa akka argatan jajjabeessuuf kan oolu kami?

61 / 200

Civ 61. Barsiisaan Barnoota Lammummaa fi Amala Gaarii barattoonni akka hubannoo dhimma haqummaa fi sirna haqaa akkasumas haqa eeguu keessatti gahee lammummaa bahuu qaban maal akka ta’e gargaaruu qaba.Kanneen armaan gadii keessaa barsiisaan BLAG kan irratti xiyyeeffachuu qabu kami?

62 / 200

Civ 62. Barsiisaan BLAG kutaa 6ffaa barattoonni adeemsa muudama abbootii seeraa Itoophiyaa akka agarsiisan ajaje haa jennu. Kanneen armaan gadii keessaa muudama abbootii seeraaf kan ulaagaa ta’u kami?

63 / 200

Civ 63. Namni dhuunfaa kan sodaa tokkummaa biyya isaa irratti jiru hubachuun yaada furmaata ta’uu danda’u kaa’u:

64 / 200

Civ 64. Yeroo tokko tokko ogeeyyiin icciitii maamila isaanii cabsuuf dirqamuu danda’u. Dirqamni akkanaa:

65 / 200

Civ 65. . “Hojiin foonii fi dhiiga dhala namaati.” Sababni barbaachisaan hojjechuu yaadni kun agarsiisu:

66 / 200

Civ 66. Kanneen armaan gadii keessaa kan tooftaa of danda’uu ta’e kami?

67 / 200

Civ 67. Obbo Tolasaan nama sibiila tumuudhaan of jiraachisuudha. Ijoollee lama kan mana barumsaatti ergu qaba. Haa ta’u malee, ijoolleen isaa tuffatamuu irraa kan ka’e barnoota isaanii irratti rakkoon isaan qunnameera.Baay’ee da llanuun mana barnootaa deemuu didaa jiru. Maddi rakkoo kanaa maali?

68 / 200

Civ 68. Kanneen armaan gadii keessaa mirga walqixxummaa hojii fi kaffaltii dubartootaa kan ibsu kami?

69 / 200

Civ 69. Namni tokko of danda’aa ta’uu fi hirkattummaa irraa bilisa ta’uuf fedhii olaanaa qaba haa jennu. Yaadni hima armaan olii kana faallessu kami?

70 / 200

Civ 70. Hawwiin nama dandeettii hawaasummaa fi barattuu gahumsa qabdu akka taatetti of ilaalti. Ilaalcha ishee kana dagaagfachuu keessatti barsiisaa fi hiriyoonni ishee gahee qabu. Amala of danda’ummaa isheen dagaagfatte adda baasi.

71 / 200

Civ 71. Qabxiin Ati barnoota herregaa irratti galmeessite sadarkaa eegdee gadi waan ta’eef barnoota kana haala gaarii ta’een qo’achuuf karoorfatte haa jennu. Haala kanaan miira akkamii dagaagfattee?

72 / 200

Civ 72. Walfakkaachuu,ejjannoo dhabuu, dhibaa’ummaa fi miirawaan amala namummaa akkamii agarsiisu?

73 / 200

Civ 73. Kanneen armaan gadii keessaa dhiibbaan biyyoota gara aadaa ofiin ofdanda’ummaatti geessu kami?

74 / 200

Civ 74. Qabeenya qabnu keessaa fedhii gara fuula duraatiif jechuun hamma ta’e kaa’uun maal jedhama?

75 / 200

Civ 75. Obbo Mootiin intala isaa heerumsiifachuuf baasii guddaa ta’e baase. Cidha booda kasaaraa keessa galee jira. Maddi kasaaraa isaa inni guddaan maal ta’uu danda’aa?

76 / 200

Civ 76. . Kanneen armaan gadii keessaa kamtu dhaabbata aadaa Afoosha ilaalchisee sirriidha?

77 / 200

Civ 77. Kanneen armaan gadii keessaa hariiroo sababaa fi bu’aa hiyyummaa ilaalchisee kan dhugaa ta’e kami?

78 / 200

Civ 78. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu gartuu hawaasaa miti?

79 / 200

Civ 79. Hirmaannaawwan armaan gadii keessaa kan sadarkaa mana barumsaatti mul’atu kami?

80 / 200

Civ 80. Rakkoon filannoon bilisaa fi haqa qabeessa ta’e akka hin gaggeeffamne taasisu kan uumamuu danda’u:

81 / 200

Civ 81. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu beekumsa ibsa?

82 / 200

Civ 82. Kanneen armaan gadii keessaa yaada odeeffannoo waliin hariiroo kan qabu kami?

83 / 200

Civ 83. . Itoophiyaan baha Afrikaatti argamti. Kun kan ibsu:

84 / 200

Civ 84. Filannoowwan armaan gadii keessaa isa kamtu adda?

85 / 200

Civ 85. Heera dimookirasii keessatti aangoo siyaasaa olaanaa kan qabu ummata.Kun kan agarsiisu qajeelfama;

86 / 200

Civ 86. Itoophiyaa keessatti ijaarsa nageenyaa fi walitti dhufeenya nageenya irrat ti hundaa`e fiduuf, wantoonni armaan gadii hundi guutamuu qabu. Garuu tokko miti:

87 / 200

Civ 87. Heerri bu’uuraa fi seera olaanaa biyya tokkooti. Himni kun kan ibsu?

88 / 200

Civ 88. .Kanneen armaan gadii keessaa tokko pirinsipilii bu’uura Heera MFDRI jalatti hin hammatamu?

89 / 200

Civ 89. Dhabamuun olaantummaa seeraa biyya keessatti rakkoo inni fidu.

90 / 200

Civ 90. Haala qabatamaa Itoophiyaatiin barbaachisummaan qoodaminsa aangoo mootummaa federaalaa fi naannolee maali?

91 / 200

Civ 91. Akkuma beekamu yeroo ammaa, biyya keenya Itoophiyaa keessatti malaamaltummaan rakkoo hammataadha. Akka yaada keet itti sababa rakkoo kanaa kan ta’e maal ta’uu danda’a?

92 / 200

Civ 92. Akka heera MFDRItti keeyyata kamtu lammileen mirga walqixxummaa seera duratti qaban agarsiisa?

93 / 200

Civ 93. Kanneen armaan gadii keessaa tokko walqixxummaan sabootaa, sablammootaafi ummaattoota Itoophiyaa akka dagaagu kan deeggaru miti?

94 / 200

Civ 94. .Barbachisummaan deeggarsa addaa dubartootaaf taasifamu akka Heera MFDRItti?

95 / 200

Civ 95. Ati akka barsiisaa barnoota lammummaa fi amala gaariitti, garaagarummaa barattoota gidduu jiruu haala kamiin keessummeessita?

96 / 200

Civ 96. Himoota armaan gadii keessa kamtu hawaasa keessatti jirachuu haqummaa ibsa?

97 / 200

Civ 97. Dhimma walitti bu’iinsa tokkoo, karaa aadaa hawaasni walitti bu’iinsa furatuun kan hin furamne yoo ta’e , murteen hojiirra ooluu qabu isa kami?

98 / 200

Civ 98. Dirqamni lammilee biyya tokko irraa eegamuu fi dirqamni lammilee biyya alaa ta’an irraa hin eegamne kami?

99 / 200

Civ 99. Waranni beekkamaa fi ummanni Itoophiyaa kutannoon wereera biyya alaa ofirraa ittisuuf taasiise maal jedhama?

100 / 200

Civ 100. Qaamman aangoo mootummaa keessaa isa kamtu irra caalaatti ittigaafatamummaa eegumsa seeraa fi haqummaan hojiirra akka oolu tasisa?

101 / 200

Civ 101. Ittigaafatamummaa barattoonni mana barumsaa keessatti hojiirra oolchuu qaban kan ibsu kami?

102 / 200

Civ 102. Kaneen armaan gadii keessa tokko dirqamaa qabeenya Itoophiyaatiif eegumsa gochuu hin qabu.

103 / 200

Civ 103. Hambaalee seenaa armaan gadii keessaa tokko “UNESCO”dhaan kan galma’ee miti?

104 / 200

Civ 104. Duudhaa aadaa eeguu fi hambalee seenaa kunuunsuu irratti gochi lammilee irra hin eegamne isa kami?

105 / 200

Civ 105. Akka barsiisaatti waaa’ee dhukkuba HIV/AIDS’n walqabate barattoota kee maal gorsita?

106 / 200

Civ 106. Nama hojii uumuu fi hojilee adda adda keessatti milka’aa ta’e irraa kan hin eeggamne maali?

107 / 200

Civ 107. Akka qabatama haala Itoophiyaatti barsiifatni aadaa hojii cimaa miidhu isa kami?

108 / 200

Civ 108. Akka Heera MFDRIti isa kamtu mirga hojjettootaa of keessatti hin hammanne?

109 / 200

Civ 109. Kamtu amala ogummaa hojii walee(gamtaa) jalatti hin hammatamne?

110 / 200

Civ 110. Akka barsiisaa barnoota lammummaa fi amala gaariitti wanti sirraa hin eeggamne maalidha?

111 / 200

Civ 111. Yaada of danda’uu kan ibsu hima kami?

112 / 200

112. Namni tokko ofdanda’eera kan jechisiisu yoo maaal ta’e/taateedha?

113 / 200

Civ 113. Kanneen armaan gadii keessa isa kamtu barattoota ofitti amanamummaa qabanii ibsa?

114 / 200

Civ 114. Himoota armaan gadii keessaa miidhaa hirkattummaa kan ibsu isa kami?

115 / 200

Civ 115. Filannoowwaan armaan gadii keessaa tokko koontirobaandii (daldalli seeraan alaa) hin ibsu?

116 / 200

Civ 116. Misoomni kan mirkana’u;

117 / 200

Civ 117. Akka aadaatti jechi “yeroon warqii dha” (time is gold) jedhu kan agarsiisu;

118 / 200

Civ 118. Kaneen armaan gadii keessa tokko seeraan yoo itti hin faayyadamnee deebisnee bakka busuu hin dandeenyu?

119 / 200

Civ 119. Qusannaan maliif barbaachisa jettee yaadda ?

120 / 200

Civ 120. Akka qabatama Itoophiyaatti, aadaa qusannaa qabnu kan miidhe;

121 / 200

Civ 121. Kanneen armaan gadii keessaa tokko dhaabbata qusannaa miti.

122 / 200

Civ 122. Dhaabbilee qusannaa tajaajila qusannaa fi liqii intarpirayizii xixiqqaa fi qonnaan bultootaaf kennu;

123 / 200

Civ 123. Aadaa qusannaa dagaagsuun kan danda’amu;

124 / 200

Civ 124. Himoota armaan gadii keessa kamtu danddeettii namoota birootiin jiraachuu agarsiisa?

125 / 200

Civ 125. Filannoowwan armaaan gadii keessaa hirmaanna cimaan hawaasaa kan mul`achuu danda`u eessatti?

126 / 200

Civ 126. Barbaachisummaan hirmaannaa cimaa hawaasaa maliin ibsama?

127 / 200

Civ 127. Hirmaannaan cimaa hawaasaa sadarkaa kamitti barbaachisa?

128 / 200

Civ 128. Hawaasni siivikii;

129 / 200

Civ 129. Filaannoowwan armaan gadii keessaa isa kamtu hawaasa siivikii jalatti hin ramadamne?

130 / 200

Civ 130. Gochoota armaan gadii keessaa tokko hawaasni siivikii qooda keessatti kan hin fudhanneedha?

131 / 200

Civ 131. Beekumsi;

132 / 200

Civ 132. Beekumsa fedhuun kan agarsiisu;

133 / 200

Civ 133. Beekumsi kan argamu karaa kamiini?

134 / 200

Civ 134. Barattoonni barnoota yeroo dheeraaf yaadachuu kan danda`an;

135 / 200

Civ 135. Boontuun intarneetii keessa barbaaduun diyaagraamii abbaltii isheef kenname keessa galchite. Garuu, madda ragichaa hin ibsine. Amanamummaa dhabuun akkasii maal jedhama?

136 / 200

Civ 136. Dhabamuun olaantummaa seeraa biyya keessatti rakkoo inni fidu:

137 / 200

Civ 137. Dhabamuu ofitti amanamummaaf sababa kan ta’uu danda’u kami?

138 / 200

Civ 138. Namni amala of danda’uu qabu nama hirkkattummaa qabuu irraa adda kan taasisuu kami?

139 / 200

Civ 139. Dhiibbaa miidiyaan ofitti amanamummaa irratti fiduu danda’uu qolachuuf kan nama hin gargaarree kami?

140 / 200

Civ 140. Hirkattummaan sadarkaa kamirratti mul’achuu danda’aa?

141 / 200

Civ 141. Kanneen armaan gadii keessaa tokko dhaabbata qusannaa ammayyaa miti.

142 / 200

Civ 142. Qusannaan dubartoota gurmaa’anii bu’aa akkamii fiduu danda’a?

143 / 200

Civ 143. Kannen armaan gadii keessaa tokko humnaa ol dabaluu lakkoofsa uummataaf sababa miti.

144 / 200

Civ 144. Humnaa ol dabaluun lakkoofsa uummata biyya irratti rakkoo akkami fiduu danda’a?

145 / 200

Civ 145. Kanneen armaan gadii keessaa faayidaa hirmaannaa hawaasaa kan ta’e kami?

146 / 200

Civ 146. Hirmaannaa siyaasaa ilaalchisee kan sirri hin ta’ane kami?

147 / 200

Civ 147. Kanneen armaan gadii keessaa bu’aa hawaasa siivikii kan ta’e kami?

148 / 200

Civ 148. Naannoon keenya eegamuu kan danda’uu:

149 / 200

Civ 149. Kanneen armaan gadii keessa madda beekumsaa kan ta’e kami?

150 / 200

Civ 150. Kanneen armaan gadii keessaa madda odeeffannoo kan hin taane kami?

151 / 200

Civ 151. .Faayidaa quunnamtii afaanii kan hin taane kami?

152 / 200

Civ 152. Kanneen armaan gadii keessaa gufuu quunnamtii kan jedhamu kami?

153 / 200

Civ 153. .Ragaalee xiinxaluun faayidaalee akkami qaba?

154 / 200

Barsiisaan Barnoota Lammummaa fi Amala Gaarii kan kutaa 6ffaa haala barattoonni daree hundi bakka bu’aa daree isaanii itti filatan haala mijeesse haa jennu. Akaakuun dimokiraasii barattoonni shaakalan:

155 / 200

Civ 155. Seerri jiraachuun hojiirra ooluun

156 / 200

Civ 156. Kanneen armaan gadii keessaa mirga uumamaa kan hintaane isa kami?

157 / 200

Civ 157. Akka Heera Itoophiyaa yeroo ammaatti, walqixummaan diinagdee irra caalaatti maal agarsiisa?

158 / 200

Civ 158. Mana murtii armaan gadii keessaa isa kamtu murtii isa xumuraa kennuu danda’a?

159 / 200

Civ 159. Sirna diimookiraasii ilaalchisee soba kan ta’e isa kami?a.

160 / 200

Civ 159. Sirna diimookiraasii ilaalchisee soba kan ta’e isa kami?

161 / 200

Civ 161. “Qaama miidhamummaan of danda`uu nama hindhorku” jechamni jedhu maal agarsiisa?

162 / 200

Civ 162. Waa`ee “beekumsaa fi dandeettii” ilaalchisee kan yaada dogoggoraa ta’e qabu isa kami?

163 / 200

Civ 163. Yaada rimee Giloobaalaayizeshiinii dogoggoraa kan of keessaa qabu isa kami?

164 / 200

Civ 164. Kanneen armaan gadii keessaa Itoophiyaa keessatti “heerri Bulchiinsa Dargii bara 1987“ isa kami hojiirra oolche?

165 / 200

Civ 165. Ciminaa fi maqaa gaarii Itoophiyaan sirnoota darban keessatti sadarkaa addunyaatti ittiin beekamaa turte isa kami?

166 / 200

Civ 166. Haqummaan biyya tokko keessa jiraachuun karaa kamiin ibsamuu danda’a?

167 / 200

Civ 167. Ijoon kaayyoon Imaammata alaa yeroo ammaa Itoophiyaan hordoftu isa kami?

168 / 200

Civ 168. Seenaa hawaasummaa uummattoota Itoophiyaa keessatti sirna Moototaa fi sirna Dargii kan wal-hinfakkeessine isa kami?

169 / 200

Civ 169. Akka Heera Itoopiyaa bara 1995tti waa’ee Muummicha Ministeeraa ilaalchisee kan dogoggora ta’e isa kami?

170 / 200

Civ 170. Kanneen armaan gadii keessaa etiksii ogummaa tokko bu’a qabeessa taasisuu kan hindandeenye isa kami?

171 / 200

Civ 171. Akka yaada hiddama ammayyummaatti, biyyoonni misoomaan boodatti hafan akka “Itoophiyaa” gara misoomaatti dhufuuf daandii biyyoota misoomanii qofa hordofuu qabu kan jedhu akka haala qabatamaa Itoophiyaatti hanqina maali qaba?

172 / 200

Civ 172. Yaada rimeen qusannaa sadarkaa nama dhuunfaatti hubatamuu qabuun kan wal hin qabanne isa kami?

173 / 200

Civ 173. Kanneen armaan gadii keessaa qabeenya mataa ofiif horatan qisaasesssuun maaliin wal hinqabatu?

174 / 200

Civ 174. Kanneen armaan gadii keessaa kaayyoon heera Itoophiyaa bara 1931 inni ijoon isa kami?

175 / 200

Civ 175. Kanneen armaan gadii keessaa dirqama barreessaa seenaa kan ta’e kami?

176 / 200

Civ 176. Caasaa bulchiinsa Itoophiyaa yeroo ammaa keessaa qaamni bulchiinsaa aangoo seera raawwachiisummaa qabu kami?

177 / 200

Civ 177. Olaantummaa seeraa kan hinargisiisne kami?

178 / 200

Civ 178. Sirna dimokiraasii keessatti kan sagalee caalmaa argate nibulcha. Kun yaada armaan gadii keessaa irra caalaa isa kam waliin walittidhufa?

179 / 200

Civ 179. Yaadni jaalala biyyaa sirna dimokiraatawaa hintaane ibsu kami? A. Amanamummaa lammiileen biyya isaaniif qaban.

180 / 200

Civ 180. “Goolii diimaan” ibsituu maaliiti?

181 / 200

Civ 181. Kanneen armaan gadii keessaa tokko kaayyoo gooroo barnootaati?

182 / 200

Civ 182. Barsiisaan tokko karoora barnootaa alatti daree barnootaa yoo seene maaltu qunnamuu danda`a?

183 / 200

Civ 183. Kanneen armaan gadii keessaa tokko qabiyyee kaayyoo gooroo barnootaa jalatti hinhammatamu?

184 / 200

Civ 184. Qaamni bulchiinsa mana barumsaa tokko daree barnootaa dabalataa ijaaruuf karoora waggaa lamaa baafatee yeroo jedhametti seeraan fayyadamee xumureera. Isa kana irraa kan hubannu?

185 / 200

Civ 185. Barsiisaan tokko barattoota adda baasuun qabxii kan kennu yoo ta`ee fi barattoonni gocha isaa kan morman yoo ta`e, gochi kun murna kam jalatti ramadama?

186 / 200

Civ 186. Hubannoon barattoota daree keessa jiran garaagarummaa yoo kan qabaatu ta`e maaltu barbaachisa jettee yaadda?

187 / 200

Civ 187. Malleen baruu barsiisuu armaaan gadii keessaatti barsiisaan kan gochaalee dhuunfatu kam keessatti?

188 / 200

Civ 188. Qabiyyee kenname keessatti mata dureen barsiifamu bal’aa yoo ta’e fi ibsa bal`aa kan barbaachisu yoota`e, malleen baruu barsiisuu armaan gadii keessaa isa kamtu filatamaadha?

189 / 200

Civ 189. Barsiisaan tokko daree seenee fuula barattootaa wayita ilaalu barattoonni isaa fedha kan hinqabne, namoota waliin kan walittidhufenya hinqabne, deebii kan hindeebifne, kan jeeqan fi barnootaaf dhimma kan hinqabnedha. Kanaaf murteen inni jalqabaa barsiisichi fudhachuu qabu maal ta`uu qaba?

190 / 200

Civ 190. Malleen baruu barsiisuu irratti dhiibbaa kan hinfidne isa kami?

191 / 200

Civ 191. Malli baruu barsiisuu tokko qoftii fi adda ta`e hinjiru. Isa kana irraa ka`uun yoo guduunfinu;

192 / 200

Civ 192. Barsiisan Barnoota Lammummaa fi Amala Gaarii barattoota kutaa 6ffaa qabiyyee barnootaa wayita barsiisu malleen barsiisuu adda addaatti fayyadamee barsiise. Garuu jijjiiramni hirmaannaa barattootaa fi qabxii isaanii irratti mul`ate hinjiru.Akka hubannaa keetiitti rakkoon mala baruu barsiisuu qunname maaldha?

193 / 200

Civ 193. Yeroo meeshaa deeggarsa barnootaa daree barnootaa keessatti fayyadamnu wanti raawwachuu hinqabne maalidha?

194 / 200

Civ 194. Akkaataa taa`umsa tartiiba qormaata barnootaatiin isa kamtu sirriidha?

195 / 200

Civ 195. Barattuun shamarreen daree barnootaa kee keessatti argamtu barataa dhiiraa isheen waldorgomu caaltee qabxii olaanaa yoo kan galmeessitu ta`e maaltu sitti dhagahama?

196 / 200

Civ 196. Kanneen armaan gadii keessaa madaallii walittifufaaf kan hinbarbaachifne isa kami?

197 / 200

Civ 197. Madaalliin barattootaa yoom qindaa’a?

198 / 200

Civ 198. Faayidaan barattoota walitti fufinsaan madaaluu maali?

199 / 200

Civ 199. Yeroo qabiyyee barnootaa keessatti waa`ee hirmaannaa hawaasaa barsiifnu ta`e malli baruu barsiisuu gaarii ta`ee fi barattoota kee ga`oomsuuf qabiyyicha akka yaadatan taasisu?

200 / 200

Civ 200. Qabxiilee armaan gadii keessaa tokko ulaagaa meeshaalee deeggarsa barnootaa ittiin qopheessanii miti?

Your score is

The average score is 0%

0%

Share this

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Exit mobile version