Introduction to Human Geography – GeEs 321
Introduction to Human Geography – GeEs 321 Read More »
Maqaa koorsii: Sakatta’a Ji’ograafii Hawaasaa (Survey of Human Geography) Koodii Koorsichaa: GeES 202 Sa’aatii fi kireeditii barnootaaf kenname torbanitti: 3/3 Boqonnaa Tokko Seensa Ji’ograafii Hawaasaa Hiika fi duubduubee Ji’ograafii Hawaasaa Barnoota kee armaan duraa ‘Survey of Physical Geography’ jedhu keessatti ji’ogiraafiin gosoota gurguddaa lamatti akka qoodamuu fi gosoonni kunis ji’ogiraafii fiiziikaalaa/uumamaa fi ji’ogiraafii Hawaasaa
Survey of Human Geography – GeEs 202 Read More »
BOQONNAA TOKKO SEENSA JI’OGRAAFII FIIZIKAALAA 1.1. Hiika Jii’ograafii fi Ji’oograafii Fiizikaalaa Kayyoo Gooree: Barattoonni barumsa kana booda: Hiika jii’ograafii isa maddaa fi isa hojii ni tarreessu. Akka hiika maddaatti jechi ji’oograafii jedhu jecha biyyaa Giriikii “Ji’oo” fi “Giraafiyaa” jedhu irraa ijaarame. Ji’oo” jechuun lafa yoo ta’u “giraafiyaa” jechuun ammoo barreessuu yookiin ibsuu dha. Kanaaf
Survey of Physical Geography – GeEs 201 Read More »