Department of History

Africa Since 16th Century – XXXX

Ibsa Koorsichaa.Koorsiin kun qabiyyeewwaan hariiroo Afrikaan Awurooppanoota waliin qabdu (Poorchagaal fi Ottoman Turkii), sochii abuurtotaafi misiyoonotaa, daldala qaxxaamura Garba Atlaantikii, sochii (qabsoo) farra-Kolonummaa, wal-gahii Barliin, sochii Paan-Afrikaaniziimii, Afrikaa fi waraana ololaa, Dhaabbilee Afrikaafi dhuma irrattis rakkoolee Afrikaa keessatti bilisummaan booda mul’atan keessatti bal’inan ka’amani jiru.Seensa Koorsichaa.Moojulli kun barattoota Barnoota Hawaasaa leenjii ogummaa barsiisummaa sadarkaa dippiloommaa(10+3)tiin

Share this

Africa Since 16th Century – XXXX Read More »