Education Courses

Curriculum, Instruction, and Assessment in Primary School – TECS 112

Haala Waliigalaa Korsichaa Seensa Barnootichaa Barnoonni kun barsiisonni sadarkaa 1ffaa gosa barnootaa adda addaa barsiisuuf ga’umsawwan barbaachisoo akka horachuu danda’aniif itti yaadame kan qopha’edha. Koorsichis yoo xiqqaate torban tokko keessatti sa’aa sadii kan baratamuufi boqonnaawwan shan kan of keessatti hammatedha. Boqonnaan 1ffaan maalummaa barumsaa, bifoota barumsaa, maalummaa sirna barnootaa, bu’uuraalee sirna barnootaa, moodeloota qophii sirna

Share this

Curriculum, Instruction, and Assessment in Primary School – TECS 112 Read More »

Assessment in Primary School – EPSY 231

BOQONNAA-1YAAD-RIMEEWWANII FI JECHOOTA BU’UURAA IYYAAFANNAA FI MADAALLII BARACHUU BARATTOOTAASeensaBoqonnaan kun yaad-rimeewwan bu’uuraa tokko tokko koorsii kana keessatti barbaachisan hubachiisuuf kan dhiyaateedha. Jalqabarratti yaad-rimeewwan yaalii, safarrii, iyyaafannaa fi madaallii jedhaman kan ibsamudha. Itti aansuudhaan dhimmoota iyyaafannaa fi madaallii barachuu, akkasumas itti fayyadama dhimmoota iyyaafannaa barachuu mana barumsa sadarkaa tokkoffaatu dhiyaata. Boqonnaan kun seerota/piriinsippiloota barbaachisaa yeroo barachuu

Share this

Assessment in Primary School – EPSY 231 Read More »

Application of Theories of Learning in Primary School – EPSY 221

HOJIIRRA OLMAA YAAD-HIDDAMOOTA BARACHUU MANNEEN BARNOOTAA SAD. 1FFAA KEESSATTI(Applications of Learning Theories in Teaching Primary Schools){EPSY 221} Kan qindeesse fi gara Afaan Oromottii Hiikee Mijeessee KBB JimmaattiiDaanyee Admaasuu (MA)Jireenyaa Urgeessaa (MA)Siyyuum Kabbadaa (MA)Lammeessaa Urgeessaa (MA)Alamaayyoo Raggaasaa (MA) Biroo Barnoota OromiyaaHagayya, 2006Finfinne Boqonna TokkoYaad- rimeewwan Barachuu fi Yaad- hiddammoota BarachuuJaalatamaa leejiiffamaa! Boqonnaan kun seensa moojuulii kanaa

Share this

Application of Theories of Learning in Primary School – EPSY 221 Read More »

Action Research Theory – ACR 301

QORANNOO GOCHAAManneen Barnoota Sadarkaa Tokkoffaa Keessatti[AcR-301] Moojula Sagantaa Dippiloomaaf (10+3) Qophaa’e Qopheessitooni: Muktaar Badawwii (MA) KBB Adoolaa Alaazaar Kaasaahuun (BA) KBB Adoolaa BBO Hagayya 2007 QORANNOO GOCHAAManneen Barnoota Sadarkaa Tokkoffaa Keessatti[AcR-301] Moojula Sagantaa Dippiloomaaf (10+3) Qophaa’e Qopheessitooni: Muktaar Badawwii (MA) KBB Adoolaa Alaazaar Kaasaahuun (BA) KBB Adoolaa Gulaaltonni:Darajjee Abdii (MA) KBB AsallaaAbdulhayyii Awwal (MA) KBB

Share this

Action Research Theory – ACR 301 Read More »

Exit mobile version