General Physics III – Phy 323
FIIZIKSII DIMSHAASHAA III ( Phy. 323) Boqonnaa 1 Lafa Ga’umsa YXGQ: Xumura boqonnaa kanaa irratti kaadhimaamaan/tuun Bocaa fi wantoota boca ishee murteessan ni ibsu Pilaanetoota keessaa lafti toora meeqaffaa irratti akka argamtu ni himu Waa’ee sochii lafti taasistu adda baasanii ni himu Sababoota uumama halkanii fi guyyaa fi waqtilee ni tarreessu. 1.1 Bocaa fi hamma […]
General Physics III – Phy 323 Read More »