Assessment in Primary School – EPSY 231

BOQONNAA-1YAAD-RIMEEWWANII FI JECHOOTA BU’UURAA IYYAAFANNAA FI MADAALLII BARACHUU BARATTOOTAASeensaBoqonnaan kun yaad-rimeewwan bu’uuraa tokko tokko koorsii kana keessatti barbaachisan hubachiisuuf kan dhiyaateedha. Jalqabarratti yaad-rimeewwan yaalii, safarrii, iyyaafannaa fi madaallii jedhaman kan ibsamudha. Itti aansuudhaan dhimmoota iyyaafannaa fi madaallii barachuu, akkasumas itti fayyadama dhimmoota iyyaafannaa barachuu mana barumsa sadarkaa tokkoffaatu dhiyaata. Boqonnaan kun seerota/piriinsippiloota barbaachisaa yeroo barachuu […]

Share this

Assessment in Primary School – EPSY 231 Read More »

Application of Theories of Learning in Primary School – EPSY 221

HOJIIRRA OLMAA YAAD-HIDDAMOOTA BARACHUU MANNEEN BARNOOTAA SAD. 1FFAA KEESSATTI(Applications of Learning Theories in Teaching Primary Schools){EPSY 221} Kan qindeesse fi gara Afaan Oromottii Hiikee Mijeessee KBB JimmaattiiDaanyee Admaasuu (MA)Jireenyaa Urgeessaa (MA)Siyyuum Kabbadaa (MA)Lammeessaa Urgeessaa (MA)Alamaayyoo Raggaasaa (MA) Biroo Barnoota OromiyaaHagayya, 2006Finfinne Boqonna TokkoYaad- rimeewwan Barachuu fi Yaad- hiddammoota BarachuuJaalatamaa leejiiffamaa! Boqonnaan kun seensa moojuulii kanaa

Share this

Application of Theories of Learning in Primary School – EPSY 221 Read More »

Plane Geometry – Math 111

Gaaffilee Shaakalaa Furmaata Waliin Math 111 MoojuliiJi’oomeetirii Diriiroo(Math111)Sagantaa Dippiloomaa (10+3)f kan Qophaa’e Qopheessitootni:Sintaayyoo Danbii (M.Sc)…………………..KBBAGaashahuun Zawdee(M.Ed)…………………KBBAJiraataa Haweeraa(M.Sc)…………………..KBBA Baafata FuulaSeensaa ……………………………………………………………………………………………………….2BOQONNAA-1 4TARMOOTA HIIK-MALEE, HIIKKOOWWAAN FI AGZEEMOTA 4Seensaa 41.1 Tarmoota Hiik-malee: Tuqaa, sarara, Diriiroo 41.2 Hikoollee:- sarara dhaabbataa,Xiyyaa fi Kofaa 61.3 Agziyeemota Ji’oomeetirii diriiroo keessaa 11BOQONNAA – 2 22SAFARRII JI’OOMEETRII DIRIIROO KEESSATTI 222.1 Yaad-rimee Safarrii fi Yuuniitotaa

Share this

Plane Geometry – Math 111 Read More »

Fundamental Concepts of Algebra – Math 222

YAAD-RIMEE BU`UURA ALJEBRAA(FUNDAMENTAL CONCEPTS OF ALGEBRA)Math221Waytii Barnootaa- Sa’aa 4 Qopheesitoonni: KBB Fiichee-Girmaa Tasamaa– Adunyaa Ejeree-Baanee TolosaaGulaalan KBB Asallaa, Birtukaan Tashoomaa Qabiyyee KoorsiiQabiyyee FuulaBOQONAA.TOKKO 4LOOJIKII HERREGAA 41.1. Loojikii Himamaa 41.2 Loojikii Piridikeetii ( predecate Loogic) 51.3 Ibsitoota (Quantifers) 51.3.1. Hariiroo ibsituu jireenya fi ibsituu hundaa 51.3.2 Makoo Ibsootaa 61.3.3. Faallessa Makoo Ibsootaa 61.4. Raggaasa, Gat-qaba fi

Share this

Fundamental Concepts of Algebra – Math 222 Read More »

Teaching Mathematics in Upper Primary School – Tema(up) 242

Moojulii mala baruu barsiisuu HerregaaTema 242(Up) Qopheessitootni:- 1. Tamasgeen Geetaachoo(MSc) (KBBM)2. Girmaa Gammachuu (BED) (KBBM)3. Buusaa Nagawoo(MSC) (KBBM) Gulaalaan:- Fiqiruu Gurmuu(MSc) (KBBSh) Qabiyyee1.Lakkoofsoota Hundaa irra guddaa 1,000,000 Barsiisuu 2Malleen Baruu-barsiisuu 31.1 Lakkoofsoota Hundaa irra guddaa 1,000,000 barsiisu 31.2 Mana lakkoofsootaa fi lakkoofsoota hundaa tarreeessuu barsiisuu 41.3 Lakkoofsota guutuu fi mangoo 51.4 Qoyyaboota bu’uuraa lakkoofsa hundaa

Share this

Teaching Mathematics in Upper Primary School – Tema(up) 242 Read More »

Introduction to Calculus – Maths 362

BaafataQabiyyee FuulaSeensa Moojulii 1BOQONNAA 1 2Limiitii fi Itti Fufiinsaa 21.1 Limiitii 31.1.1 Hiikoo Limiitii 31.1.2 Tiiramoota Limiitii 61.1.3 Limiitii Infinitii Irratti 91.1.4 Limiitii Infinitii 111.1.5 Haqaaqotaa (asymptotes) 131.2 Itti Fufiinsa (Continuity of functions) 151.2.1 Itti Fufiinsa Faankishinaa 151.2.2 Itti Fufiinsa Gam-tokkee 171.2.3 Limiitoota Barbaachisoo Ta’an Lamaan 19BOQONNAA 2 27DARIVEETIIVII 272.1. Hiikoo Dariveetiivii 282.2. Hiika Ji’oomeetrikaawaa

Share this

Introduction to Calculus – Maths 362 Read More »

Action Research Theory – ACR 301

QORANNOO GOCHAAManneen Barnoota Sadarkaa Tokkoffaa Keessatti[AcR-301] Moojula Sagantaa Dippiloomaaf (10+3) Qophaa’e Qopheessitooni: Muktaar Badawwii (MA) KBB Adoolaa Alaazaar Kaasaahuun (BA) KBB Adoolaa BBO Hagayya 2007 QORANNOO GOCHAAManneen Barnoota Sadarkaa Tokkoffaa Keessatti[AcR-301] Moojula Sagantaa Dippiloomaaf (10+3) Qophaa’e Qopheessitooni: Muktaar Badawwii (MA) KBB Adoolaa Alaazaar Kaasaahuun (BA) KBB Adoolaa Gulaaltonni:Darajjee Abdii (MA) KBB AsallaaAbdulhayyii Awwal (MA) KBB

Share this

Action Research Theory – ACR 301 Read More »

Exit mobile version