Modeela COC Bara 2012 Muummee Saayinsii Hawaasaaf

Take COC Exam Online

0
Created on By admin

Modeela COC Bara 2012 Muummee Saayinsii Hawaasaaf

Modeela COC Bara 2012 Muummee Saayinsii Hawaasaaf

1 / 216

Sh 1. Baroonni Seenaa gurguddoon: Bara durii, Bara jiddu galeessaa fi Ammayyaa jedhamuun kan qoqqoodaman maalirratti hundaa’uuni?

2 / 216

Sh 2. Barnoota Seenaa barachuun maaliif barbaachisee?

3 / 216

Sh 3. Barreeffamni waa’ee mootummaa Punt ibsu kan argame?

4 / 216

Sh 4. Waliigaltee Sadeeni (Tripartite) kan bara 1906 kan malleetteessan biyyoota kami?

5 / 216

Sh 5. Hambaan lafee Luusii ykn Dinqinash kan argame eessatti?

6 / 216

Sh 6. Dameen qo’annaa kan hambaa meeshaa fi lafee nama durii qoratu maal jedhamuun beekama?

7 / 216

Sh 7. Itoophiyaan madda (bakka argama) dhala namaa kan jedhamtu sababa maaliifi?

8 / 216

Sh 8. Sululli qinxamaan Gaanfa Afrikaa eddoo dhalli namaa bara dheeraan duraa jalqabee irra jiraate tahuu kan raggaasisu?

9 / 216

Sh 9. Kanneen aramaan gadii keessaa tokko madda odeeffannoo seenaa sadarkaa tokkoffaa miti

10 / 216

Sh 10. Waa’ee Nuubiyaa (Kush) durii ilaalchisee kan sirrii hin taane isa kami?

11 / 216

Sh 11. Saantimoonni Warqii, Meetiifi Biroonzii Aksumotaa?

12 / 216

Sh 12. Mootummaa Aksum ilaalchisee himni sirrii hin taane isa kami?

13 / 216

Sh 13. Kanneen armaan gadii keessaa kufaatii Mootummaa Aksumiif sababa kan ta’e isa kamii?

14 / 216

Sh 14. Seenaa qarooma Aksum keessatti yeroon jaarraa saddeettaffaa hanga kudha lammaffaa jiru maaliif ‘bara dukkanaa’ j edhamuun moggaafamee?

15 / 216

Sh 15. Mootummaan Aksum daldalaan hanga biyyoota baha fagootti beekamaa ture. Buufanni doonii fayyadamaa ture maal jedhama?

16 / 216

Sh 16. Maddii aangoo fi qabeenyaa mootota Aksum maali ture?

17 / 216

Sh 17. Gumaachi qarooma Aksum inni guddaan isa kam ture?

18 / 216

Sh 18. Jaarraa 6ffaa Dh.K.Booda Aksum maaliif Arabiyaa kibbaa weerarte?

19 / 216

Sh 19. Dabareewwan Seenaa keessaa ‘kan qabatamoo hin taane’ jedhamuun kan beekaman?

20 / 216

Sh 20. Sababa gara Itoophiyaa seenuu amantii Kiristaanaatiin wantoota dhufan keessatti kan hin hammatamne isa kami?

21 / 216

Sh 21. Naannoo gaanfa Afrikaatti Amantii Kiristaanummaa babal’isuun kan beekaman?

22 / 216

Sh 22. Amantiin Islaamaa gara gaanfa Afrikaa seenuun kan lafa bal’aa waliin gahe?

23 / 216

Sh 23. Barri Mootummoota Zaagwee kan ittiin beekamu?i.

24 / 216

Sh 24. ‘Mootummaa Solomoonawaa’ deebisee kan hundeesse mootii kamii?

25 / 216

Sh 25. Sababni guddaan dadhabaa deemuu mootummaa zaaguwee durii maali?

26 / 216

Sh 26. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu dura raawwatee?

27 / 216

Sh 27. Sababni ijoon walitti bu’iinsa mootota kiristaanaafi mootota Islaamaa gaanfa Afriika bara giddugaleessaa

28 / 216

Sh 28. Yeroo waraana Ibin Ahmad (Ahmad Giraanyi) biyyi Poorchugaal kan mootummaa Kiristaanaa cinaa hirirtee maaliif ture?

29 / 216

Sh 29. Mootummaa Kafaa ilaalchisee kanneen armaan gadii keessaa kamtu dhugaadha?

30 / 216

Sh 30. Mootummoota Gibee shanan (5) keessatti kan hin ramadamne isa kami?

31 / 216

Sh 31. Waa’ee Mootummaa fi Magaalaa Haarar kan sirrii hin taane isa kami?

32 / 216

Sh 32. Sababni ijaarsa dallaa Harar (Jogool) maal ture?

33 / 216

Sh 33. Magaalli Goondar giddu galeessa teessoo moototaa fi siyaasaa taatee kan hundoofte bara mootii kamiiti?

34 / 216

Sh 34. Mootiin Faasiladas (1632- 1667) akkuma gara aangoo dhufeen tarkaanfiin inni fudhate maal turee?

35 / 216

Sh 35. Sirna Gadaa uummata Oromoo keessatti

36 / 216

Sh 36. Sirni bulchiinsa hawaas-diinagdee fi siyaasaa Uummata Oromoo maal jedhamuun beekamaa?

37 / 216

Sh 37. Gara Lafa ol ka’aa giddugaleessa Itoophiyaatti babaldhifachuu ummata Oromoof sababa kan hin taane;

38 / 216

Sh 38. Abbaan Gadaa tokko waggaa meeqaaf aangoo irra tura?

39 / 216

Sh 39. Bara Abboota Waraanaa (Zamana Masaafintii) keessa Oromoonni Walloo magaala Gondar keessatti aangoo ol’aanaa qabatanii turan eenyu jedhamu?

40 / 216

Sh 40. Mootota Itoophiyaa baraa keessaa kan lafa bal’aa qabachuun uumamuu danaa Itoophiyaa har’aatif sababa tahe eenyu?

41 / 216

Sh 41. Gootota Itoophiyaa Keessaa kan waraana Adwaa (1896) fi deebi’ees yeroo weerara Xaaliyaanii osoo qabsaa’uu ajjeefame kami?

42 / 216

Sh 42. Keeyyanni 17ffaan waliigaltee Wucaalee ka’umsa waraana isa kamtu sababa tahe?

43 / 216

Sh 43. Injifannoo Adwaa ilaalchisee himni sirrii hin taane isa kami?

44 / 216

Sh 44. Qabsoo Qonnaan bultoota Itoophiyaa keessaa, qabsoo Qonnaan bultoota Baalee maaltu adda isa godhaa?

45 / 216

Sh 45. Seenaa Itoophiyaa keessatti dubartiin aangoo mootii moototaa gonfatte tami?

46 / 216

Sh 46. Dirreen Waraanaa Raas Tafariin loltoota Liji Iyyaasu itti moo’ate?

47 / 216

Sh 47. Bulchiinsa Hayila Sillaasee fi Dargii kan walfakkeessu?

48 / 216

Sh 48. Hariiroon dirree waraanaa fi biyyi waraanaan mo’amte sirrii hin taane kami?

49 / 216

Sh 49. Bakka dirree Waraanaa Guraatti

50 / 216

Sh 50. Waa’ee dirreewwan waraanaa Gundatii fi Gurraa kan sirrii tahe isa kami?

51 / 216

Sh 51. Motoota Itoophiyaa armaan gadii keessaa kan harka diinoota biyya alaatin ajjeeffame kami?

52 / 216

Sh 52. Mootota Itoophiyaa keessaa kan si’a jalqabaaf amantii kirstaanummaa fudhate eenyu?

53 / 216

Sh 53. Mootummoota Itoophiyaa durii keessatti kan hin hammatamne isa kami?

54 / 216

Sh 54. Bulchaan xumuraa Emireetii Harar eenyu?

55 / 216

Sh 55. Mootummaa Walaayittaa kan hundeesse eenyu?

56 / 216

Sh 56. Waa’ee hawaasa Koonsoo ilaalchisee himni sirrii isa kami?

57 / 216

Sh 57. Qabsoo seenaa bilisummaa Afrikaa keessatti barri 1960 maal jedhamuun beekama?

58 / 216

Sh 58. LabsiinMirga Namummaa Addunyaa (UDHR) bara _____ tti Dhaabbata Mootummoota Walta’aniin labsame.

59 / 216

Sh 59. Kaasaa Marcaa inni Tigree yeroo aangoo qabatu maqaa gonfoo inni fayyadama?

60 / 216

Sh 60. Humnoota biyya alaa armaan gadii keessaa kan waraana kallattii bara mootii Yohannis Itoophiyaa wajjin hin geggeessine kami?

61 / 216

Sh 61. Mootiin Moototaa Miniliik II bara bulchiinsa isaa kan hin raawwanne isa kami?

62 / 216

Sh 62. Tafarii Makonnin osoo Haayilasillaasee I jedhamee gara aangootti hin dhufiin dura dhaalaa gonfoo eenyuu ture?

63 / 216

Sh 63. Kaanneen armaan gadii keessaa heera Itoophiyaa bara 1931 ilaalchisee kamtu sirriidha?

64 / 216

Sh 64. Heerri barreeffamaa Itoophiyaa inni jalqabaa kan hojiirra oole bara:

65 / 216

Sh 65. Itoophiyaan miseensa Liigii Mootummoota Addunyaa tahuun kan galmoofte bara:

66 / 216

Sh 66. Kanneen armaan gadii keessaa weerarri Xaaliyaanii bara 1935–1941 bu’aa gaarii Itoophiyaaadhaaf akka buusetti kan ilaalamu isa kami?

67 / 216

Sh 67. Bara jiddugaleessaa Awurooppaatti haaromsi aartii fi saayinsii Girikii fi Roomaa maal jedhamuun beekama?

68 / 216

Sh 68. Kanneen armaan gadii keessaa bu’aa waraana Shumburaa Kuree kan tahe isa kami?

69 / 216

Sh 69. Waraana Maqdallaa ilaalchisee himni sirrii hin taane isa kami?

70 / 216

Sh 70. Mootiin Tewodroos II kan hin raawwanne isa kami?

71 / 216

Sh 71. Bataskaanota Laallibalaa kan dhagaarraa bocaman (rock hewn) ilaalchise himni sirrii hin taane isa kamii?

72 / 216

Sh 72. Seenaa Itoophiyaa keessatti hoteelli jalqabaa kan baname eenyuuni?

73 / 216

Sh 73. Gochoota Leebaashaayii fi Quraanyaa akka badan kan taasise eenyuu?

74 / 216

Sh 74. Gareen ergamtoota Bataskaana Kaatolikii kan jaarraa 16tffaa keessa Itoophiyaa gara Kaatolikiitti jijjiiruuf ergamanii dhufan maal jedhamu?

75 / 216

Sh 75. Itoophiyaa ilaalchisee kan sirrii hin taane kamii?

76 / 216

Sh 76. Adda waraanaa shumburaa kureetti ijifannoo Ahmed Giraanyiif kan gumaache maal?

77 / 216

Sh 77. Kamtu mootummaa Islaamaa isa jalqaba hunda’edha?

78 / 216

Sh 78. Guyyaa hamaa “kifu Qen”kan jedhamu kami?

79 / 216

Sh 79. Dhaadannoon barattoota yuniversitii bara 1965 qabatanii dandeetti hiriira bahan;

80 / 216

Sh 80. Seenaa Itoophiyaa keessatti barri bulchiinsa Dargii kan ittiin hin beekamne isa kami?

81 / 216

Sh 81. Sababa Kufaatii Dargii kan hin taane kami?

82 / 216

Sh 82. Zimbaabwee guddittiin kan ittin beekamtu;

83 / 216

Sh 83. Daldala garbaa qaxxaamura Atilaantikii irraa galii isa guddaa kan argataa turte;

84 / 216

Sh 84. Misir Durii wiirtuu qarooma bara durii kan taate sababa maaliin?

85 / 216

Sh 85. Taateen yeroo Giriikiin Misiriin qabatan raawwatekan hin taane kami?

86 / 216

Sh 86. Humni Awarooppaa yeroo jalqaba garba Hindii seene kamidha?

87 / 216

Sh 87. Maatii afaanii gurguddoo Afriikaa keessaa kan Itoophiyaa keessaatti ballinaan dubbatamu

88 / 216

Sh 88. Fincila maajii maajiif sababa bu’uura kan hin taane kami?

89 / 216

Sh 89. Biyyootni imammata bulchiinsa kolonii kallattii Afrikaa hordoftu;

90 / 216

Sh 90. Biyyi naannoo sahaaraa gadii jalqaba bilisuummaa ishee gonfatte kamidha?

91 / 216

Sh 91. Ummata jalqabaa Ameerikaakan ta’an kami?

92 / 216

Sh 92. Jaarraa 16ffaa fi 17ffaa sochii rifoormeshinii Awurooppaatti maaltu ta’e?

93 / 216

Sh 93. Sirna dulloomaa bulchiinsa Faransaay keessatti gitni walabaa fi faayidaa argachaa ture kami;

94 / 216

Sh 94. Tokko bu’aa waraana bilisummaa Ameerikaa miti?

95 / 216

Sh 95. Sababni bu’uuraa waraana Addunyaa tokkoffaa;

96 / 216

Sh 96. Waraanni ololaa bara seenaa isa kam keessatti ramadama?

97 / 216

Sh 97. Sochiin Amantiin pirotestaanti Amantii kaatolikii irraa fottoquuf ta’e maal jedhama?

98 / 216

Sh 98. Seenaa Itoophiyaa keessatti, barri 1906- 1930 jiru

99 / 216

Sh 99. Argama bir-qabaa Itoophiyaa ilaalichisee soba kan ta’e kami?

100 / 216

Sh 100. Waxabajjii 21ffaa ilaalchisee kamtu dhugaa dha?

101 / 216

Sh 101. Kannen armaan gadii keessa tokko ragaa laftii danaa korbootti dhiyaatu qabachuu ishee
hin mirkaneessu.

102 / 216

Sh 102. Qaama bishaan isaa kamtu Gaanfa Afrikaa waliin wal daangeessa?

103 / 216

Sh 103. Faayidaa qabeenya bishaan Baha Afrikaa kanhin taane kami?

104 / 216

Sh 104. Yeroo dheeraaf biyyoonni yaa’a olii laga Naayilii irraa faayidaa misooma argachaa hin ture. Sababa ijoo kan hin taane kami?

105 / 216

Sh 105. Faayidaa kaartaa kan ta’e adda baasi?

106 / 216

Sh 106. Kaartaa irratti halluun cuqullisaa maal bakka bu’a?

107 / 216

Sh 107. Wixinee kaartaa ilaalchisee kan sirrii hin taane isa kami?

108 / 216

Sh 108. Odeeffannoo handaara kaartaa kan ta’e isa kami?

109 / 216

Sh 109. Kaartaa irratti sararri bakkaawwan dhiibbaa qilleensaa wal-qixa ta’an qunnamsiisu maal jedhama?

110 / 216

Sh 110. Dhiibbaa uumamaatin kan ka’e faca’iinsa biqiloota uumama Baha Afrikaa kan hin to’ane kami?

111 / 216

Sh 111. Kannen armaan gadii keessa tokko dhiibbaa saffisaan dabaluu lakkoofsi ummataa biqiloota uumamaa irratti qabu dha.

112 / 216

Sh 112. Saffisan dabaluun lakkoofsa ummataa dhiibbaa akkami bineensota bosonarratti qaba?

113 / 216

Sh 113. Tarsiimoo kunuunsa biqiltoota kan hin ta’iin kami?

114 / 216

Sh 114. Qabeenya biyyee badiinsa irraa ittisuuf hawaasni Baha Afrikaa maal gochuu qaba?

115 / 216

Sh 115. Hawaasni Baha Afriikaa qabeenyaa bishaanii faalamarraa ittisuuf tooftaa akkamiitti faayadamuu qaba?

116 / 216

Sh 116. Kamitu rakkoo saffisaan dabaluu lakkoofsa ummataattin kandhufu miti?

117 / 216

Sh 117. Odollan Afrikaa bahaa keessaa bal’inaan guddaan isa kamii?

118 / 216

Sh 118. Balaan uumamaa godaansi akka uumamu taasisuu isa kamii?

119 / 216

Sh 119. Qilleensi baramaan Itoophiyaa kan irra caalaa to’atamu?

120 / 216

Sh 120. Uumamaan sululli Qinxamaa guddaan Afrikaa bahaa kan walqabatu isa kamiinii?

121 / 216

Sh 121. Baqqaanni qilleensa marsaa lafaa kan Ozoniin keessatti kuufamee argamu?

122 / 216

Sh 122. Kanneen armaan gadii keessaa tokko waa’ee bosona roobaa ilaalchisee sirriidha

123 / 216

Sh 123. Qaamni bishaanii qilleensa baramaa Afrikaa bahaa irratti dhiibbaa xiqqaa qabu kami?

124 / 216

Sh 124. Itoophiyaan haala kamiin qilleensa baramaa irratti dhiibbaa badaa geessisuu dandeessii?

125 / 216

Sh 125. Xaa’oon nam-tolchee hafaa biqilootaa fi gataa manneen jireenyaa keessaa bahuurraa qophaa’u?

126 / 216

Sh 126. Paarkiiwwan armaan gadii keessaa tokko biyya Taanzaaniyaatti argama. Isa kami?

127 / 216

Sh 127. Barbaachisuummaa hundeeffaamuu Paarkii Biyyoolessaakan ibsu kami?

128 / 216

Sh 129. Biyyoota guddachaa jiran keessatti saffisaan dabaluun lakkoofsa ummmataa dhiibbaa inni naannoo irraan gahaa jiru?

129 / 216

Sh 130. Mul’istuu (agarsiistuu) bulchiinsa gaarii kan hin taane isa kami?

130 / 216

Sh 131. Argama astiroonomii Itoophiyaa kan ta’ee isa kami?

131 / 216

Sh 133. Afaanota armaan gadii keessaa naannoo lafaa dakee dhihaa daangaa Itoophiyaa fi Sudaanitti daangeffamee dubbatamu isa kami?

132 / 216

Sh 134. Biyya galaanaan hin daangeffamnee fi bahoo galaanaa kallattiin hin qabne maal jedhamti?

133 / 216

Sh 135. Ardii Afiriikaa ilaalchisee dhugaa kan hin taane kami?

134 / 216

Sh 136. Hayyuuwwan armaan gadii keessaa walitti dhufeenya ummataa fi lecalloo saayinsawaa ta’e yeroo duraaf kan dhiyeesse;

135 / 216

Sh 137. Harama biyyee Itoophiyaaf Sababni guddaa isa kami?

136 / 216

Sh 138. Qubsummaa uummata baadiyyaa ilaalchisee amala guddaa kan hin taane kami?

137 / 216

Sh 139. Gaanfa Afriikaa keessatti kan hin ramadamne kami?

138 / 216

Sh 140. Sululli Qiinxama guddichi Afriikaa bahaa keessatti kan hin tuqne kami?

139 / 216

Sh 141. Laggeen armaan gadii keessaa amalan kan biraa irra adda kan ta’e kami?

140 / 216

Sh 142. Rakkoo naannoo kan hin taane kami?

141 / 216

Sh 143. Qilleensa baramaa Itoophiyaa irratti dhiibbaa kan hin qabne kami?

142 / 216

Sh 144. Hangi baldhina bakka tokkoo kaartaa irratti xiqqaatee dhiyaatu maalin?

143 / 216

Sh 145. Malli gaarii olka’iinsa lafaa fi danaalee lafaa kaartaa irratti agarsiisuuf fayyadamnu;

144 / 216

Sh 146. Kaartaa irratti sararoonni kaabaa-kibbatti sararamanii argaman maal jedhamu

145 / 216

Sh 147. Itoophiyaa keessatti hongee xiqqeessun kan danda’amu;

146 / 216

Sh 148. Akaakuun tooftaa geejjibaa ammayyaa fi saffisa guddaa qabu isa kami?

147 / 216

Sh 149. Naannoon Afriikaa saaffisa dabalata ummataa guddaa qabu isa kami?

148 / 216

Sh 150. Rakkoon uumamaa qonnaa irratti dhiibbaa geessisu isa kami?

149 / 216

Sh 151. Gosa horsiise bultootaa kan hin taane kami?

150 / 216

Sh 152. Dirreen kiyyeessuu Qurxummii kan qarqara gara dhihaa Ameerikaa kibbaatti sadarkaa 3ffaa irrati argamu isa kami?

151 / 216

Sh 153. Imaammanni dagaagina warshaa biyya keessaa jajjabeessu fi kan warshaalee biyya alaas hirmaachisu maal jedhama?

152 / 216

Sh 154. Dachee dakeen kibba baha Itoophiyaa rooba guddaa kan argatu

153 / 216

Sh 155. Qaamni bishaanii Gaanfa Afrikaa daangessu

154 / 216

Sh 156. Gochaalee Tektoonikii irratti hundaa’ee gaarreen baay’een Afrikaa Bahaa bu’aa

155 / 216

Sh 157. Laggeen baay’een Itoophiyaa fincaa’aafi darbatamaarra waan yaa’aniif _____ humna kuufamaa qabu.

156 / 216

Sh 158. Waa’ee tirooppoosfeerii isa kamtu sirriidha?

157 / 216

Sh 159. Kan armaan gadii keessaa tokko gaazii “giriin haawusii” uumamaan argamu.

158 / 216

Sh 160. Kaartaa teessuma fuula lafaa irratti halluu kamtu qaamman bishaanii agarsiisuuf  fayyada?

159 / 216

Sh 161. Kanneen armaan gadii keessaa kan soba ta’e kami?

160 / 216

Sh 162. Malli baruu-barsiisuu barattootni ofiin barachuu keessa akka galan gochuuf nu gargaaru?

161 / 216

Sh 163. Adeemsa baruu barsiisuu keessatti fayidaan iyyaafannoo duraa?

162 / 216

Sh 164. Madaallii kan hin taane isa kami?

163 / 216

Sh 165. Barsiisotni barnoota hawaasaa meeshaaleen iyyaafannaaf ittifayyadaman?

164 / 216

Sh 166. Barnoota Seenaa barsiisuuf karoorfachuun maaliif barbaachisaa?

165 / 216

Sh 167. Karoora barnoota Seenaa yoo qopheeffannu malli baruu barsiisuu caalaa filatamaan isa kami?

166 / 216

Sh 168. Barnoota Seenaa yeroo barsiisnu kan barsiisaan raawwachuu qabu isa kami?

167 / 216

Sh 169. Kaayyoon meeshaalee deeggarsa baruu-barsiisuu gara daree barnootaa geessuu

168 / 216

Sh 170. Kaayyoon barnoota hawaasaa sadarkaa tokkoffaa barachuu maalii?

169 / 216

Sh 171. Malleen barsiisuu armaan gadii keessaa kan barsiisaa giddu galeeffate isa kami?

170 / 216

Sh 172. Karoora barnoota Seenaa yoo qopheeffannu kan irratti xiyyeeffachuu qabnu isa kami?

171 / 216

Sh 173. Barnoota Seenaa keessatti kaayyoon Iyyaafannaa maalii?

172 / 216

Sh 174. Barnoota Seenaa keessatti madaalliin kan raawwatamu yoomii?

173 / 216

Sh 175. Kanneen armaan gadii keessaa ulaagaan barsiisaa barnoota Seenaa gaarii isa kami?

174 / 216

Sh 176. Kanneen armaan gadii keessaa tokko malee hundi mala barachuu bu’aa qabeessa ta’edha.

175 / 216

Sh 177. Barsiisaan barnoota Seenaa daree barnootaa mijataa ta’e uumuu ilaalchisee kan sirrii hin taane kami?

176 / 216

Sh 178. Faayidaan karoora barannoo guyyaa qopheessuu:

177 / 216

Sh 179. Madaalliin xumuraa kan gargaaru:

178 / 216

Sh 180. Gosa gaaffiilee qormaataa armaan gadii keessaa tokko tilmaamaan deebii argachuu ni xiqqeessa?

179 / 216

Sh 181. Kamtu karoora barnoota guyyaa keessatti hin hammatamu.

180 / 216

Sh 182. Yeroo mata duree seenaa aangootti dhufuu Tewoodros barsiiftu kaayyoo goreekee  akkamitti ibsita. Barataan barnoota kana erga xumure booda;

181 / 216

Sh 183. Waa’ee karoora barnootaa ilaalchisee bu’aa kan hin qabne kami?

182 / 216

Sh 184. Amala iyyaafannoo walitti fufiinsaa kan hin ibsine kami?

183 / 216

Sh 185. Dub-duubee beekumsa barataa beekuuf malli mijataan fayyadamuu qabnu kami?

184 / 216

Sh 186. Kaayyoon oduu durii yeroo keenniinsa barnoota seenaa mali ?

185 / 216

Sh 187. 88. Gaheen barsiisichaa hojii barataa to’achuu yoo ta’e mala isa kamtuu mijaatadha?

186 / 216

Sh 188. Yaada hiddama haaraafi qabiyyeewwan haaraa barsiisuuf malli baayee filatamaa ta’e;

187 / 216

Sh 189. Adeemsa rakkoo hiikuu keessatti gochi xumuraa isa kam?

188 / 216

Sh 190. Kanneen armaan gadii keessaa iyyaaffannoon ulaagaa irratti hundaa’e kam?

189 / 216

Sh 191. Karoora barannoo keessatti kaayyoon gooree kan fayyadu

190 / 216

Sh 192. Karoora barannoo guyyaa keessatti kutaa barsiisaan waan barsiise walitti qabu

191 / 216

Sh 193. Iyyaafannaa barachuu barattootaa geggeessuuf gaaffileen afaanii yeroo baay’ee kan raawwatamu

192 / 216

Sh 194. Waa’ee dirree waraana Maayichew akka barsiisuuf yoo keessummaa daree keetti affeeerte malli fayyadamnu

193 / 216

Sh 195. Miidhaan mala baruu barsiisuu od-ibsaa

194 / 216

Sh 196. Iyyaafannaa walittifufaan carraa inni barnoota ji’ograafii madaaluuf qabu maalinni?

195 / 216

Sh 197. Akaakuuwwan gaaffilee armaan gadii keessaa tokko tilmaama jajjabeessa

196 / 216

Sh 198. Karaan hubachuu barannoo barattootaa madaaluuf baay’ee filatamaa ta’e

197 / 216

Sh 199. Karoora barannoo ilaalchisee hima sirrii hin ta’iin addaan baasii.

198 / 216

Sh 200. Barattoonni jijjiiramaa amala barbaachisaa akka horatan gochuuf karoorri barnootaa murna isa kamirraatti xiyyeeffatee qopha’uu qaba?

199 / 216

Sh 201. Barsiisaa barnoota Ji’oogiraafii barsiisuuf barbaachisummaan karoora barnoota maali?

200 / 216

Sh 202. Faayidaan si’aayinaan barachuu barnoota Ji’oogiraafii barattootaf qabu maalii?

201 / 216

Sh 203. Barnoota ji’oogiraafii keessatti meeshalee deeggarsaa barnootaa faayadamuun basiisuun maaliif barbaachisa?

202 / 216

Sh 204. Barsiisaan banoota ji’oogiraafii barsiisu tokko kan irratti fulleeffachu hin malee isa kami?

203 / 216

Sh 205. Iyyaafaannoo ilaalchiisee kan dhugaa hin taane kami?

204 / 216

Sh 206. Kaayyoon iyyafaannoo Ji’oogiraafii inni ijoo ta’e isa kami?

205 / 216

Sh 207. Daawwii dirree Ji’oogiraafii keessatti kan daawwatamu:

206 / 216

Sh 208. Malli baruu-barsiisuu barattoota daree barnootaa keessatti caalaatti si’aayinnaan akka hirmaatan taasisu kami?

207 / 216

Sh 209. Meeshaalee deeggarsa barnootaa haala sirna yaa’a laggeenii Itoophiyaa agarsiisuuf kaan caalaa filatamaan isa kami?

208 / 216

Sh 210. Sirni Odeeffannoo Ji’oogiraafawaa (GIS) mala dijitaalawaa maal hojjechuuf fayyadudha?

209 / 216

Sh 211. Qabiyyee barnoota hanga tokko GIS kaayyoo saayikoo motar fayyadamuu barsiisudhaaf tooftaan kenniinsa baranootaa kanan walsimu kami?

210 / 216

Sh 212. Waa’ee karoora barnootaa ilaalchisee bu’aa kan hin qabne kami?

211 / 216

Sh 213. Amala iyyaafannoo walitti fufiinsaa kan hin ibsine kami?

212 / 216

Sh 214. Mala raawwannaa keessatti tooftaa kenniinsa barnootaa kan aadaa bu’ureffate;

213 / 216

Sh 215. Teekiniikii jijjiirramaa ilaalchisee madaluuf daran gad-aanaa kan ta’e;

214 / 216

Sh 216. Barnoota saayinsii hawaasaa barsiisuf meeshaalee agarree-dhagayeetti kan hin taane;

215 / 216

Sh 217. Qabiyyee barnootaa qindeessuu keessatti hariiroon xiqqaa irraa gara guddaatti jiru maal agarsiisa?

216 / 216

Sh 218. kaartaa fayyadamuun faca’iinsa wantoota ji’ografawaa ta’e barsiisuuf tooftaan bu’a qabeessa ta’e isa kami ?

Your score is

The average score is 0%

0%

Share this

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *