Department of Geography

Survey of Human Geography – GeEs 202

Maqaa koorsii:  Sakatta’a Ji’ograafii Hawaasaa (Survey of Human Geography) Koodii Koorsichaa: GeES 202 Sa’aatii fi kireeditii barnootaaf kenname torbanitti: 3/3                             Boqonnaa Tokko Seensa Ji’ograafii Hawaasaa Hiika fi duubduubee Ji’ograafii Hawaasaa   Barnoota kee armaan duraa ‘Survey of Physical Geography’ jedhu keessatti ji’ogiraafiin gosoota gurguddaa lamatti akka qoodamuu fi gosoonni kunis ji’ogiraafii fiiziikaalaa/uumamaa fi ji’ogiraafii Hawaasaa

Share this

Survey of Human Geography – GeEs 202 Read More »

Survey of Physical Geography – GeEs 201

BOQONNAA TOKKO SEENSA JI’OGRAAFII FIIZIKAALAA 1.1. Hiika Jii’ograafii fi Ji’oograafii Fiizikaalaa     Kayyoo Gooree: Barattoonni barumsa kana booda: Hiika jii’ograafii isa maddaa fi isa hojii ni tarreessu. Akka hiika maddaatti jechi ji’oograafii jedhu jecha biyyaa Giriikii “Ji’oo” fi “Giraafiyaa” jedhu irraa ijaarame. Ji’oo” jechuun lafa yoo ta’u “giraafiyaa” jechuun ammoo barreessuu yookiin ibsuu dha. Kanaaf

Share this

Survey of Physical Geography – GeEs 201 Read More »

Exit mobile version