Modeela COC Bara 2012 Muummee Saayinsii Qindaa’aaf

Take COC Model Exam Online

0
Created on By admin

Modeela COC Bara 2012 Muummee Saayinsii Qindaa’aaf

Modeela COC Bara 2012 Muummee Saayinsii Qindaa’aaf

1 / 299

sq 1. Jiini Teempireechera daangaalee lamaan yommuu ho’aa fi yommuu qorraa hammamii hanga hammamii giddu qabaatti?

2 / 299

sq 2. Dawwitiiwwan lama gidduu isaniitti kofa 120 digirii uumaniiru (Fakii 1.1 ilaali). Xiyyi ifaa irra kofa battallee 65 digorii daawwiitti M1 irra buufate. Erga xiyyi ifaa daawwitiiwwan lamaaniin balaqqeessa’ee booda, kofa xiyyi ifaa ijaajjoo daawwitii M2 waliin uumu meeqa taa’a?

3 / 299

sq 3. Waantoon 4cm dheeratu tokko leensii gophaa kan dheerinni fuulleffannaa isaa 30cm ta’e fuldura kaa’amee jira.Fageenyi waantoo leensii irraa 15cm yoo ta’e,fageenya fakkaatti fi guddiftuu wal duraa duubaan meeqa ta’a?

4 / 299

sq 4. Balbiiwwan waattii adda adda qaban sadii baatirii waliin daandii sirriin wal qabsiifamaniif,

5 / 299

sq 5. Saatalaayitiin Pilaanetii hanga Mp = 1.2 x 1025 Kg fi raadiyesii 8 x 106 m qabu irraa 4.8 x107m fagaatee naanna’aa jira yoo ta’e, saffisa saatalaayitii kanaa shallagi. (G= 6.67 x 1011Nm2/Kg2.)

6 / 299

sq 6. Fageenyi gidduu-galeessaa biiftuu fi merkurii jidduu 5.79x107km dha. Merkuriin biiftuutti al takkaa naannoftee xumurudhaaf guyyaa meeqa itti fudhata? (Pereediin dachee waggaatokko, fageenyi gidduu-galleessaa dachee fi biiftuu jidduu = 1.49x108km)

7 / 299

sq 7. Kaappaasiitaroota sadeen C1=6μF,C2=1μF fi C3=2μF akkaataa sarkiiyuutii Fakkii 1.2. irraattiwal -qabsiifamaniif kaappaasiitaansii dimshaashaa shallagi.V=24V

8 / 299

sq 8. Xiyya kaatoodii keessa kaarentiin 30μA kan yaa’u yoo ta’e, elektiroonii meeqatu sekondii 40 keessatti iskiriinii kaatoodii kanaa rukkuta?

9 / 299

sq 9. Shiboon Aluuminiyeemii karentii baatu diyaameetiriin isaa 0.8m ta’ee fi dherreen elektirikii shiboo sana keessaa 0.64V/m yoo ta’e kaarentii hangamiitu shiboo sana keessa yaa’a? (ρAl=2.63×10-8Ωm)

10 / 299

sq 10. Dandeettiin ho’a addaa bishaanii tokko kaalorii irra tokko giraamii irra tokko digirii selshiyeesii (1cal/gm0c) dha. Kana jechuun bishaan hangi isaa 10gm ta’e tempireechera isaa 100ctti oliguddisuuf hamma annisaa ho’a kaalori meeqatu barbaachisa?

11 / 299

sq 11. Mee dacheen naannoo biiftuu tilmaamaan daandii geengawaa irra naannofti. Humni harkisaa biiftuu fi dachee gidduu hammami?
(G=6.67×10-11Nm2/kg2, ms=1.991x1030kg, me=5.98x1024kg, r=149.6x106km)

12 / 299

sq 11. Mee dacheen naannoo biiftuu tilmaamaan daandii geengawaa irra naannofti. Humni harkisaa biiftuu fi dachee gidduu hammami?
(G=6.67×10-11Nm2/kg2, ms=1.991x1030kg, me=5.98x1024kg, r=149.6x106km)

13 / 299

sq 12. Shiboon elektiriikii tokko yoo maal ta’e ittisoo gadi aanaa qabaata?

14 / 299

sq 13. Balbiiwwan waattii adda adda qaban sadii baatirii waliin daandii sirriin wal qabsiifamaniif,

15 / 299

sq 14. Tiraakteriin tokko guyyaa ho’a keessa gaasii liitirii 37000L baatee ture tokko bakka ture irraa kilomeetira heeddu deemuun gaasii bakka tempireecharri isaa isa duraa irra 23k gadi ta’e geesse gaasii ofirra buuse.Gaasii liitirii hagamii qabatee bakkasana ga’e?(koffisheentiin babal’achu qabee gaasicha 9.5×10-4/0c fi koffisheentii
babal’achuu kal tokke baatoo tiraakii11x10-6/0c).

16 / 299

sq 15. Seerri__________kan ibsu kaareentiin marsaa cufaa keessatti uumamu kallattiin isaa yeroo hunda jijjirama isa uume ni morma.

17 / 299

sq 16. Kaarentiin elektirikii safartuu ____ ti

18 / 299

sq 16. Kaarentiin elektirikii safartuu ____ ti

19 / 299

sq 17. Qindoominni shiboowwan elektirikii mana keessa yeroo hunda daandii waltarree irra ta’a.Bu’aan qindoomina kanaa maal?

20 / 299

sq 18. Charjiin 180C daqiiqaa tokko keessatti tuqaa tokko irra yoo darbe, kaarentiin shiboo keessaa meeqa ta’a?

21 / 299

sq 19. Kutaa ija namaa kan fiilmii kaameraa keessaan wal simu danda’u isa kami?

22 / 299

sq 20. Kanneen armaan gadii keessaa fakkaattii yaadoo ilaalchise sirrii kan ta’e isa kami?

23 / 299

sq 21. Kubbaan tokko daawitii diriiraa fuuldura 40cm fagaatee ka’ame. Fageenyi kubbaa fi fakkaattii gidduu jiru hammam ta’a?

24 / 299

sq 22. Namni muda qaroo dhi’oo qabu gosa fuullee ijaa isa kami ka’achuu qabu?

25 / 299

sq 22. Namni muda qaroo dhi’oo qabu gosa fuullee ijaa isa kami ka’achuu qabu?

26 / 299

sq 23. Halkanii fi guyyaan akka ta’uuf sababa kan ta’e:

27 / 299

sq 24. Kanneen armaan gadii keessa kamtu sirrii dha?

28 / 299

sq 25. Haqaaqama lafti siiqqee martoo irra qabdu kan inni taasisuu danda’u isa kami?

29 / 299

sq 26. Gaaddiddeessun aduu kan ta’u danda’u yommuu kami?

30 / 299

sq 27. Adeemsa saayinsaawwa keessatti dhaawwatin inni jalqaba

31 / 299

sq 28. Ibsa hedduu qinda’aa dhugaa irratti hunda’uun taateewwan ibsuuf sababeeffame,kan amma illee dalagaa mirkanneffanna barbaadu isa kami?

32 / 299

sq 29. Kanneen armaan gadii keessaa mit-dabarsoo elektirikii kan ta’e kami?

33 / 299

sq 30. Chaarjiin 600C yeoo hammammif dabarsoo keessa yoo yaa’e kaareentii 3A uumamaa?

34 / 299

sq 31. Qindoomina daandii sirrii keessatti walqixaa kan ta’e

35 / 299

sq 32. Anniisaan kan irraa argannu

36 / 299

sq 33. Kanneen armaan gadii keessaa of-eeggannoondhiibbaa/miidhaa elektirikiin dhufu hambisuuf fudhatamuu qabu kami?

37 / 299

sq 34. Yommuu balboonni daandii waltarreen walqabsiifaman kanneen armaan gadii keessaa kan balboota hunda keessatti walqixaa ta’e kami?

38 / 299

sq 35. Anniisaan eleektiriikii haroomfamu kan irraa argamu

39 / 299

sq 36. Dandeettiin ijji keenyaa boca leensii isaa jijjiiruun wantoota dhiyoo fi fagoo arguuf taasisu maal jedhama?

40 / 299

sq 37. Yommuu umuriin namootaa dabalaa adeemu rokkoo qaroo dhiyootu isaan mudata.Namoota kanaaf leensii ijaa gosa kam akka godhatan gorsita?

41 / 299

sq 38. Ifni yaa’a tokko irraa gara yaa’a birootti yoo darbu haala kam keessatti saffisa guddaa irraa gara yaa’a saffisa xiqqaa qabuutti darba?

42 / 299

sq 39. Amaloota ifaa keessaa isa kamtu fuullee keessatti fakkii kee akka agartuuf sigargaara?

43 / 299

sq 40. Anniisaa ilaalchisee kamtu dhugaa dha?

44 / 299

sq 41. Sirna soolaarii keessaattii pilaaneetiin Meerkuriitti aanee jiru isa kami?

45 / 299

sq 42. Aduun irra jireessan kan irraa tolfamte

46 / 299

sq 43. Sababa dacheen sochii naannoo biiftuutti taasistuun dheerinni guyyaa fi halkanii iddoo hundaatti walqixaa kan ta’u yoomi?

47 / 299

sq 44. Yommuu addeessi lafaa fi aduu gidduu ooltu maaltu ta’a?

48 / 299

sq 45. Faayidaan saatalaayitii namtolchee

49 / 299

sq 46. Dacheen kan naannooftu

50 / 299

sq 47. Qabiyyee qilleensaa kan hintaanee isa kami?

51 / 299

sq 48. Ruqoolee qilleensaa keessaa kan biqilootni fayyadamanii soorata isaanii ittiin qopheeffatan kamii dha?

52 / 299

sq 49. Faalkaalee maaterii keessaa kan suudoowwan isaanii baayyee walirraa fagaatu kami?

53 / 299

sq 50. Tuuta armaan gadii keessaa kamtu wantoota qulqulluu dha?

54 / 299

sq 51. Elementoota armaan gadii keessaa kan sibiila ta’e kami?

55 / 299

sq 52. Elementii armaan gadii keessaa kan gariin dabarsoo ho’aa fi elektirikaa ta’e kami?

56 / 299

sq 53. Atoomiin elementii”X” pirootonii 23 fi niwutironii 26 qaba. Lakkoofsi elektiroonii isaa meeqa ta’a?

57 / 299

sq 54. Kanneen armaan gadii keessaa amaloota makaa kan hintaane kami?

58 / 299

sq 55. Kanneen armaan gadii keessaa kamtuu makaa dha?

59 / 299

sq 56. Makaa ayoodinii fi cirrachaa gargar dhiluuf kan fayyadu kami?

60 / 299

sq 57. Amala bishaan ilaalchisee kamtu sirrii dha?

61 / 299

sq 58. Kan armaan gadii keessaa kamtu kompaawundii miti?

62 / 299

sq 59. Oksaayidii armaan gadii keessaa kan adda ta’e kami?

63 / 299

sq 60. Kan armaan gadii keessaa oksaayidii sibiilaa uumuu kan danda’u kami?

64 / 299

sq 61. Asiidiin dhugaatii lallaafaa keessatti argamu maal jedhama?

65 / 299

sq 62. Kanneen armaan gadii keessaa oksaayidii haayidiroojiinii kan ta’e isa kami?

66 / 299

sq 63. Wantoota armaan gadii keessaa kompaawundii kan hintaane isa kami?

67 / 299

sq 64. Burcuqqoo tokko bishaan cabbiin yoo guttee fi cabbichi bishaan keessaa yommuu baqu qabeen bishaanichaa maal ta’a?

68 / 299

sq 65. Mana yaalii keessatti yaalii osoo hin gaggeessin dura maqaa fi bifa meeshaalee mana yaalii beekuun faayidaa maalii qaba?

69 / 299

sq 66. Bishaan qabeen isaa 50ml ta’ee fi zayitii nyaataa qabeen isaa 50ml ta’e yoo walitti makte wal hin fudhatan (wal keessatti hin bulbulaman). Kun kan agarsiisu

70 / 299

sq 67. Adeemsota armaan gadii keessaa kan oksaayidii beezawoo qopheessuu dandeessisu isa kami?

71 / 299

sq 68. Faalkaaleen fiizikaalawaa maaterii baay’ee beekamoo ta’an jajjaboo, dhangala’oo fi gaasii dha. Kan armaan gadii keessaa waa’ee dhangala’oo dhugaa kan ta’e kami?

72 / 299

sq 69. Bishaan qulqulluu bishaan garbaa irraa argachuuf maal gochuu barbaachisa?

73 / 299

sq 70. Mala saayinsii barsiisuu barattoota mana baruumsa sadarkaa tokkofaatiif kan hin jajjabeefamne isa kami?

74 / 299

sq 71. Adeemsa baruu- barsiisuu fooyyeessuu keessatti karoora hojii ifa fi gabbataa ta’e qopheessuun beekumsa kamin walqabata?

75 / 299

sq 72. ” Barsiisaa/tuu gaariin kan jireenya isaa/ishee guutuu baratu/ttu” kun kan agarsiisu barsiisan/tuun keemistirii gahumsa qabu /qabdu

76 / 299

sq 73. Amala iyyaafannaa walitti fufaa kan hintaane isa kami?

77 / 299

sq 74. Kaayyoolee murna qaama sammuu barsiisuuf malli baay’ee filatamaa ta’e isa kami?

78 / 299

sq 75. Kanneen armaan gadii keessaa amala fiizikaalaa wantootaa kan hintaane isa kami?

79 / 299

sq 76. Mata-duree barannoo “qilleensi iddoo ni qabata” jedhu barattoota barsiisaa jirtuuf ifa taasisuuf adeemsota armaan gad ii keessaa filatamaa kan ta’e isa kami?

80 / 299

sq 77. Qabeen jajjaboo boca sirnaawwaa hinqabnee osoo boca isaa hinjijjiirin akkamitti safaramuu danda’a?

81 / 299

sq 78. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu makaa miti?

82 / 299

sq 79. Kaarboondaayoksaayidiin kan hin faayyadne

83 / 299

sq 80. Kanneen armaan gadii keessaa isa kamtu amala qilleensaa miti?

84 / 299

sq 81. Maaterii ta’u kan hin dandeenye

85 / 299

sq 82. Ruqoolee qilleensaa keessaa qabiyyee guddaa kan qabu

86 / 299

sq 83. Kanneen armaan gadii keessaaatamoota waa’ee Atamoonnii  ilaalchisee isa kamtu sirrii miti?

87 / 299

sq 84. Qaama bishaani ta’ee bishaan qulqulluu keessatti kan hammaatu

88 / 299

sq 85. Jabinaa bishaanii hir’isuuf waanti nuti itti daballu

89 / 299

sq 86. Faayidaa ashaboo kan hin taane

90 / 299

sq 87. Kanneen armaan gadii keessaa isa kamtu dogongora?

91 / 299

sq 88. Asiidiin garaachaa namaa keessatti argamu

92 / 299

sq 89. Kanneen armaan gadii keessaa hiima isa kamtu sirriidha?

93 / 299

sq 90. Gaaffiin kun diyaagiramii armaan gadii irratti hundaa’a:     Cabbii —A—> Bishaan —–X —->Hurka;  Qubee “A” fi “X” diyaagiramii armaan olirratti walduraa duubaan ___ fi _____ bakkabu’u.

94 / 299

sq 91. Bishaan kan faalamu danda’uu

95 / 299

sq 92. Faalamu bishaaniin kan dhufu miti

 

96 / 299

sq 93. Gaazoota armaan gadii keessaa ol-ka’iinsa ho’aa addunyaaf gahee gad-aanaa qabu isa kami?

97 / 299

sq 94. Dhukkubota armaan gadii keessaa kamtu walqunnamtii saalaantiin daddarba?

98 / 299

sq 95. Kanneen armaan gadii keessaa kan qilleensa hinfaalle isa kami?

99 / 299

sq 96. Mala dhukkuba infuleenzaa ittisuu kan hintaane isa kami?

100 / 299

sq 97. Qilleensi adeemsa footooseenteesisii gaggeessuuf barbaachisu isa kami?

101 / 299

sq 98. Qabattoota fiizikaalaa keessaa kan qilleensaan walqabatu isa kami?

102 / 299

sq 99. Ga’ee qilleensaa kan hintaane isa kami?

103 / 299

sq 100. Albuudota armaan gadii keessaa kan biqiloonni fi bineeldonni kallattiin itti fayyadamuu hindandeenye kami?

104 / 299

sq 101. Dhiibbaan kaarboon-daayioksaayidiin qilleensa keessatti baay’achaa dhufu agatisiisuu isaa kami?

105 / 299

sq 102. Kan armaan gadii keessaa mallii bishaan qulqulleessuuf hingargaarre isa kami?

106 / 299

sq 103. Dhukkuboota armaan gadii keessaa kan bishaaniin daddarbu isa kami?

107 / 299

sq 104. Faayidaa kilooriinii bishaanitti naquu kan ta’e isa kami?

108 / 299

sq 105. Kan armaan gadii keessaa qulquullina dhuunfaa eeggachuu kan hintaaane kami?

109 / 299

sq 106. Amala biqiltuu kaarrolee kan ta’e kami?

110 / 299

sq 107. Kan armaan gadii keessaa tokko biqiloota daraaraa keessatti hin mul’atu

111 / 299

sq 108. Kamitu amala baalaa hinagarsifne?

112 / 299

sq 109. Qaamni biqiltuu walhormaata alsaalessaatiif hintajaajille isa kami?

113 / 299

sq 110. Hoormoonii biqilootaa kan hintaane kami?

114 / 299

sq 111. Kanneen armaan gadii keessaa caasaa hargansuu allaattotaa kan hintaane kami?

115 / 299

sq 112. Bineeldi hoomootarmisii hintane kami?

116 / 299

sq 113. Kanneen armaan gadii keessaa caasaan sochii Pilaasmoodoyeemii kami?

117 / 299

sq 114. Maqaan saayinsaawaa“Muskaa demoostikaa” organzimii kamitu ittiin beekkama?

118 / 299

sq 115. Dameen baayoolojii akkaataa qaamni biqilootaa fi bineeldotaa itti hojjatu qo’atu isa kami?

119 / 299

sq 116. Dhukkuboota armaan gadii keessaa kan baakteeriyaan hindaddarbine kami?

120 / 299

sq 117. Kanneen armaan gadii keessaa qoodama lafee guutuu namaa kan hintaane isa kami?

121 / 299

sq 118. Faayidaa lafee kan hintaane kami?

122 / 299

sq 119. Ati bishaan baay’ee dheebotte turte, garuu bishaan dhugaatii argachuu hin dandeenye. Haata’u malee takka turte garuu miirri dheebuu sirra badeera.Haala kana mijeessuuf hormooniin ga’ee taphatekami?

123 / 299

sq 120. Caasaa sirna walhormaata dhiiraa keessaa kan isparmii omishu kami?

124 / 299

sq 121. Adeemsa sagalee dhaga’uu keessatti sagaleen naannoorraa sammuu dhaqabuuf caasaaleengurraa alaa gara keessaatti sagalee daddabarsan duraa duubaan kan qabate isa kami?

125 / 299

sq 122. Baalchaan osoo bosona keessaa muka muraa jiru leenci itti dhufe.Innis baay’ee rifate.yeroo muraasaan booda muka isa bira jiru irra koree of arge.Garuu akkamitti akka koru danada’e hin beekne .Hoormooniin Baalchaan sochii akkasiitiin muka korsiisuu danda’e kami?

126 / 299

sq 123. Niwurooniin dhaamsa deebistuun dhaamsa narvaawaa isaa_______tti dabarasa.

127 / 299

sq 124. Qabiyyee baqqaana ippidarmisii keessatti kan argamu kami?

128 / 299

sq 125. Qaama usaansaa fi dalaggaan isaa kan wal hingitne isa kami?

129 / 299

sq 126. Kan armaan gadii keessaa kamituu lafee keessoo qaba?

130 / 299

sq 127. Faaltota qilleensaa armaan gadii keessaa isa kamtu adeemsa fotoosinteesisii gaggeesuuf tajaajilaa?

131 / 299

sq 128. Adeemsi qilleensa gara keessaatti fudhachuu qilleensa gara alaatti baasuu irraa adda godhu isa kami?

132 / 299

sq 129. Kanneen armaan gadii keessaa tartiibni sirrii qilleensa alaa gara sombaa seenu agarsiisu isa kami?

133 / 299

sq 130. Gaasota qilleensaa armaan gadii keessaa isa kamtu respaayireeshinii seelii keessaatiif fayyadaa?

134 / 299

sq 131. Kanneen armaan gadii keessaa tokko teeknooloojii naannoo wajjin kan mijaa’ina qabu isa kami?

135 / 299

sq 132. Namoonni lafa olka’insa qaburra jiraatan namoota lafa dakee irra jiraatan caalaa seelota dhiiga diimaa baay’ee qabu. Kanaafis sababa kan ta’u, qilleensi lafa olka’insaarra jiru:

136 / 299

sq 133. Gaasota armaan gadii keessaa kan somba keessaa gara alaatti gad-lakkifamu isa kami?

137 / 299

sq 134. Ruqoolee tambooxuuxuu armaan gadii keessaa isa kamtu dhiiginsa sammuu keessaa(stroke)f sababa ta’aa?

138 / 299

sq 135. Kanneen armaan gadii keessaa rakkooleen hargansuu tamboo xuuxuudhaan kan dhufu isa kami?

139 / 299

sq 136. Somba keessatti, iddoon wal-jijjiirraa gaasotaa itti geggeeffamu eessa?

140 / 299

sq 137. Dhibeewwan bishaaniin daddarban armaan gadii keessaa isa kamtu keessummeessituu giddu-galeessaa barbaadaa?

141 / 299

sq 138. Kanneen armaan gadii keessaa isa kamtu faalama bishaanii maatii keessatti nama qunnamu qulqulleessuuf caalmaatti bu’a qabeessa?

142 / 299

sq 139. Magaalota keessatti maddi faalama bishaanii kanneen armaan gadii keessaa irra caalaa isa kam ta’aa?

143 / 299

sq 140. Kanneen armaan gadii keessaa dhukkuboota bishaaniin daddarban ittisuuf kan gargaaru isa kami?

144 / 299

sq 141. Qaamota biqilootaa kanneen armaan gadii keessaa wal-hormaata vejiteetivii geggeessuuf kan gargaaru isa kami?

145 / 299

sq 142. Amalli addaa saaphaphuu fangasoota irraa adda taasisu isa kami?

146 / 299

sq 143. Adeemsa wal-hormaata biqilootaa keessatti, qaamni kormaa daraaraa biqilaa keessaa yoo dhabamsiifame, biqilicha irratti dirqama maaltu uumamuu danda’aa?

147 / 299

sq 144. Coommeen gareewwan armaan gadii keessaa isa kam jalatti ramadama?

148 / 299

sq 145. Kanneen armaan gadii keessaa isa kamtu xaafii polineessuuf gargaaraa?

149 / 299

sq 146. Biddoolleen qurxummiilee kanneen armaan gadii keessaa isa kami?

150 / 299

sq 147. Daawwataa tokko bineensa Waaliyaa (Walia ibex) jedhamu daawwachuuf fedhii kan qabaatu yoo ta’e, kutaa biyya keenyaa isa kam deemee akka daawwatu gorsitaa?

151 / 299

sq 148. Kanneen armaan gadii keessaa isa kamtuugochaawwan bineensota adamsitootaa kunuunsa biqiltoota keessatti qooda qaba?

152 / 299

sq 149. Kanneen armaan gadii keessaa sirrii tartiiba metaamorfoosisii guutuu isa kamtu agarsiisa?

153 / 299

sq 150. Caasaalee armaan gadii keessaa isa kamtu amala hoosiftootaa bakka bu’aa?

154 / 299

sq 151. Amaloota anaatomii allaattiiwwanii armaan gadii keessaa isa kamtu balali’uu isaaniitiif gargaarsa godhaa?

155 / 299

sq 152. Dhukkuboota namaa baakteeriyaan daddarban keessaa wal-qunnamtii saalaatiin daddarbu isa kami?

156 / 299

sq 153. Kakaasa armaan gadii keessaa isa kamtu gogaa namaatiin wal-faana hin deemu?

157 / 299

sq 154. Yammuu kutaa barnootaa keessatti baayoloojii barattu, kutaa sammuu kee isa kam fayyadamuudhaan yaadarimeewwan yaadattaa?

158 / 299

sq 155. Kanneen armaan gadii keessaa sirriitti mudoo qaroo fagootiif sababa ta’a isa kami?

159 / 299

sq 156. Sirni narvii moggaa kan qabatu:

160 / 299

sq 157. Ruqoolee qilleensa armaan gadii keessaa hamma wal qixa ta`een qilleensa gara keessaa fi alatti harganamuu isa kami?

161 / 299

sq 158. Adeemsawwan armaan gadii keessaa hamma oksijinii atmosfarii keessaa kan dabalu isa kami?

162 / 299

sq 159. Ruqoolee qilleensa armaan gadii keessaa oksijinii keessaa hambisuun nyaata saamsuu fi yeroo dheeraa tursiisuuf gargaaru isa kami?

163 / 299

sq 160. Caasaa sirna hargansuu armaan gadii keessaa amtu sombaatti dhiyaate argama?

164 / 299

sq 161. Isa kamtu faayidaa karaa funyaaniin harganuu ti?

165 / 299

sq 162. Kutaa somba bakka adeemsi gocha ijo ittii raawwatamu kami?

166 / 299

sq 163. Caasaalee armaan gadii keessaa nyaata gara ujummoo qilleensatti akka hin sennee dhorku kami?

167 / 299

sq 164. Dhukkuboota armaan gadii keessaa dhukkubin qilleensa faalameen daddarbu isa kami?

168 / 299

sq 165. Gocha taarii tamboo xuuxamuu keessaa jiru agarsiisuuf; maashinii tamboo xuuxuu huccuu kotoonii adiin qadaadame tokko, sababa kufama taariitiin halluun huccuu gara daanguleessatti jijjiirama. Taateen kun qaama nama tamboo xuuxuu isa kamirraa dhibba geessisa?

169 / 299

sq 166. Lubbu qabeeyyii armaan gadii keessaa isa kamtu bishaan baay`ee qaama isaa keessaa qaba?

170 / 299

sq 167. Qaama Lubbu qabeeyyii keessatti faayidaa bishaanii kan hin taane isa kami?

171 / 299

sq 168. Kanneen armaan gadii keessaa faayidaa bishaan biqilootaaf kennu isa kami?

172 / 299

sq 169. Dhukkuba sababa bishaan maakiroo origaanizimootan faalamee dhuguun nama qabu isa kami?

173 / 299

sq 170. Dhukkuba bishaan faalameen hin daddarbine isa kami?

174 / 299

sq 171. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu adda?

175 / 299

sq 172. Kanneen armaan gadii keessaa faayidaa biqiloota kan hin taane isa kami?

176 / 299

sq 173. Caasaa sanyii nyaata kuusuuf gargaaru maal jedhama?

177 / 299

sq 174. Biqiltuu miti tishuu vaaskulaaraa fi sanyii maleeyyii ta`e isa kami?

178 / 299

sq 175. Wal hormaata armaan gadii keessaa kan adda ta`e isa kami?

179 / 299

sq 176. Kanneen armaan gadii keessaa isa kamtu fakkeenya hawaasa ilbiisota ti?

180 / 299

sq 177. Bineeldota armaan gadii keessaa dachee irraa hedduminaan argamu fi milka`oo ta`e argamu isa kami?

181 / 299

sq 179. Ilbiisota armaan gadii keessaa kochoo kan hin qabne isa kami?

182 / 299

sq 180. Bineeldoonni kan akka qurxummii, amfibiyaansii, reppitaayilii, allaattiiwan fi hosiftoota amala waliin qaban maal?

183 / 299

sq 178. Allaattiiwwan fi Hosiftoota wanti isaan walfakkeessuu maal?

184 / 299

sq 181. Kanneen armaan gadii keessaa isa kamtu invertebireetiidha?

185 / 299

sq 182. Kanneen armaan gadii keessaa kan qaama ilbiisotaa keessaatti argamu kami?

186 / 299

sq 183. Adeemsa xuraawa metaabolizimii qaama keessaa dhabamsiisuun maal jedhama?

187 / 299

sq 184. Kanneen armaan gadii keessaa dandeettii dubbachuu, yaadachuu fi hubachuun keessatti kan gahee qabu kami?

188 / 299

sq 185. Kaannen armaan gadii keessa kamtu waa’e aannisaa hubannoo dogongoraati jette yaadda?

189 / 299

sq 186. Barataan kutaa 4ffaa faalkaa fiizikaalaa wanta ykn iddattoo kennameef tokko adda baasuufqorannoo gaggeesseen wantichi qabee murtaa’aa, rukkina olaanaa fi dandeettii yaa’uu akkaqabu mirkaneesse. Faalkaa fiizikaalaa fi sababa isaa ilaalchise kanneen armaan gadii keessaakan sirii ta’e kami?

190 / 299

sq 187. Jijjiiramoota maaterii barsiisuuf malleen baruuf barsiisuu jiran keessa irra caalaatti filatamaafi bu’a qabeessa kan ta’e isa kami?

191 / 299

sq 188. Kanneen armaan gadii keessa tokko caasaa fi amaloota garaagaraa irratti hunda’uun wantoota haala walfakeenya fi garagaarummaa isaaniin ka’uuf kan oluu mala saayinsawwa keessaa isakami?

192 / 299

sq 189. Kaannen armaa gadi keessa kamtu yaada waligala saayinsaawa dha.

193 / 299

sq 190. Kaannen armaan gadi keessa kamtu faayida itti fayyadama leecaalloo naannoo irraaargamuun baruuf barsiisuun faayidaalee peedaagojawaaf dinagdaawaa miti?

194 / 299

sq 191. Kan armaan gadii keessaa kaayyoon baruu barsiisuu irraatti xiyyeeffachuu kan hinqabnekami?

195 / 299

sq 192. Waa’ee si’aayinaan barachuu barattoota ilalchisee kamtuu sirii miti?

196 / 299

sq 193. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu mala barataa giddugaleeffate miti?

197 / 299

sq 194. Faayidaa meeshaa deggarsa barnoota kan hintaan ta’e kami?

198 / 299

sq 195. Kaneen armaan gadii keessaa kamtu meeshaalee agaree-dhageetii ti?

199 / 299

sq 196. Baruu-barsiisuu keessatti fayidaan karooraa kan hintaane kami?

200 / 299

sq 197. Iyyannoon xumura irratti gaggeefamuu maaliif gargaara?

201 / 299

sq 198. Daa’imman saayinsii naannoo yoo barsiiftu kan wal simsiisuuhinqabne isa kami?

202 / 299

sq 199. Kamitu addeemsa ogummaa saayinsawaa barachuu daa’immanii ti?

203 / 299

sq 200. Ogummaa saayinsawaan daa’imman daree 1ffaa barachuuf itti ulfaatu isa kami?

204 / 299

sq 201. Saayinsii barachuun daa’immanii kan irratti hin hundoofne isa kami?

205 / 299

sq 202. Sababni daa’imman saayinsii yoo baratan hubannoo dogoggoraa akka qabatan hintaasifneisa kami?

206 / 299

sq 203. Malli hubannoo dogoggoraa daa’immanii sirreessuuf barsiisaa gargaaru isa kami?

207 / 299

sq 204. Barsiisaan karoora hin qabne, ____hin beeku

208 / 299

sq 205. Karoorri barannoo dirqama kan irraatti hunda’uu qabu

209 / 299

sq 206. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu bu’aa karoora barannoo sirriitti qopha’ee miti?

210 / 299

sq 207. Kanneen armaan gadii keessaa karoora barannoo keessatti kan hin hammatamne kami?

211 / 299

sq 208. Xumuraa barnoota kanaatti barattoonni ilbisoota ni tarreessuu. Hanqinni kayyoo barannoo kanaa

212 / 299

sq 209. Kanneen armaan gadii keessaa tokko hiikkaa barachuuti

213 / 299

sq 210. Adeemsa barachuu keessatti ogummaan yaadu beekumsi “akkamittiin fi maaliif” jedhu maal jalatti ramadama?

214 / 299

sq 211. Gochawwaan armaan gadii keessaa isa kamtu barattoonni amala gaarii akka horaatan taasisaa?

215 / 299

sq 212. Gochaan barachuun kan gaggeeffamuu ———————

216 / 299

sq 213. Muxannoon barsiisuu/maalli barsiisuu kan argamu

217 / 299

sq 214. Hoggansa daree kan hammatu

218 / 299

sq 215. Kanneen armaan gadii keessaa tokko amalleeffannaa gaarii gosa hoggansa daree barnoota dha.

219 / 299

sq 216. Qaamoolee daraaraa daree barnoota keessatti agarsiisuuf kanneen keessa gosti habaaboo filaatama ta’e

220 / 299

sq 217. Adeemsi barsiisuu bu’aa qabeessa ta’e kan gaggeeffamu

221 / 299

sq 218. Sansaakan barsiisaa dirqama

222 / 299

sq 219. Kanneen armaan gadii keessaa tokko adeemsa baruu-barsiisuu bu’aa qabeessaa ta’e daree barnoota keessatti gaggeessuuf xiyyeeffannaa argachuu kan qabu kami?

223 / 299

sq 220. Kanneen keessaa tokko meeshaa madaalliin ittin gaggeeffamu miti?

224 / 299

sq 221. Malli iyyaafannaa baayyee gaarii ta’e marii al-tokko keessatti furmaata ataatamaa fiduf gargaaru

225 / 299

sq 222. Isa kamtu tartiiba sirriidha?

226 / 299

sq 223. Amaloota barataan barsiisota abbaa irree irraa horaatu agarsiisa tokko malee

227 / 299

sq 224. Adeemsa baruu-barsiisuu keessatti iyyaafannaan kan gaggeeffamu

228 / 299

sq 225. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu makaa miti?

229 / 299

sq 226. Qabiyyee qilleensaa armaan gadii keessaa qilleensa olfudhatamuufi qaama keenya keessaa ba’u keessatti kamtu hin jijjiiramu?

230 / 299

sq 227. Kaarboondaayoksaayidiin kam keessatti hin fayyadu?

231 / 299

sq 228. Kanneen armaan gadii keessaa amala qilleensa kan hin taane:

232 / 299

sq 229. Adeemsa armaan gadii keessaa kamtu hamma oksijiinii dabala?

233 / 299

sq 230. Qabiyyeewwan qilleensaa armaan gadii keessaa kan saamsama nyaataa guutuun oksijiinii dhabamsiisuunfi turtii nyaataa dheereessuuf oolu?

234 / 299

sq 231. Kamtu maateerii miti?

235 / 299

sq 232. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu amala sibiilotaa miti?

236 / 299

sq 233. Qoomoolee haargansuu armaan gadii keessaa kamtu sonbaatti dhiyoodha?

237 / 299

sq 234. Qabiyyee qilleensaa keessaa kamtu baay’inaan argama?

238 / 299

sq 235. Faayidaan funyaaniin haarganuun qabu:

239 / 299

sq 236. Yoo waraqaa koobaalt kilooraayidii 3cm afaan keetti dhiyeesuun daqiiqaa 2-3 afuura yoo itti baafate waraqichi piinkii (daanguleessaa)tti jijjiirama.
Gochi kun qilleessi sombakeessaa ba’u maal qabaachuu isaa agarsiisa?

240 / 299

sq 237. Adeemsi baayyee barbaachisaan somba keessatti raawwatu eessatti gaggeeffama?

241 / 299

sq 238. Caasaalee qaamaa armaan gadii keessaa suudoowwan soorataa dandii qilleesaa akka hin seene kan dhorku isa kami?

242 / 299

sq 239. Agarsiisa araa tamboo taarii keessatti jirbii adii mashinii irratti hidhme sababa aara taarii sanaan halluun isaa garamagaalaatti jijjiiramee kuufamee argama. Taateen akkasii kunqaama namaa keessatti eessatti mul’ata?

243 / 299

sq 240. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu dabarsoo elektiriikaa miti?

244 / 299

sq 241. Kaareentii elektiriikaa(I) yeroo (t)murtaa’ee irratti chaarjii waliin shiboo dabarsookeessa yaa’uu foormulaan ittiin shalagamu kam?

245 / 299

sq 242. Chaarjiinii 600C qabu kaareentii 3A baatu dabarsoo keessa darbuuf yeroo hagamii itti fudhata?

246 / 299

sq 243. Meeshaan seerikutii dandii sirriitti qabsiifamee maal walqixa qabaata?

247 / 299

sq 244. Anniisaan kam irraa argamuu danda’a?

248 / 299

sq 245. Kannen armaan gadii keessaa balaa elektiriikaa dhabamsiisuuf of eeggannoo fudhatamu qabu kan ta’e kami?

249 / 299

sq 246. Walqunnamtii balbii daandii wal-tarree keessatti isa kamtu dhaabbataa ta,a?

250 / 299

sq 247. Annisaan elektirikaalaa haaromsamu kam irraa argama?

251 / 299

sq 248. Waa’ee atoomotaa ilaalchisee kamtu sirrii miti?

252 / 299

sq 249. Lubbuu qabeeyyii armaan gadii keessaa kamtu bishaan hedduu qaama isaanii keessaa qaba?

253 / 299

sq 250. Bishaan __________________fi_______________irraa uumamu.

254 / 299

sq 251. Qaamni bishaanii bishaan haaraa jalatti ramadamu isa kamiidha?

255 / 299

sq 252. Gara-jabummaa bishaanii xiqqeessuuf maaltu itti dabalama?

256 / 299

sq 253. Ashaboon tajaajila inni ooluuf hin dandeenye:

257 / 299

sq 254. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu sirrii miti?

258 / 299

sq 255. Asiidiin garracha namaa keessatti argamu isa kami?

259 / 299

sq 256. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu sirriidha?

260 / 299

sq 257. Kanneen armaan gadii keessaa fayyidaa bishaan orgaanizimootaaf kennu miti?

261 / 299

sq 258. Kannen armaan gadii keessaa tokko faayidaa bishaan biqilootaaf kennuudha.

262 / 299

sq 259. Kanneen armaan gadii keessaa kamtu dhukuba bishaan faalameen nama qaba?

263 / 299

sq 260. Bishaan maaliin faalama?

264 / 299

sq 261. Bishaan faalame maal fidaa?

265 / 299

sq 262. Kanneen armaan gadii keessaa olka’iinsa ho’a addunyaaf gaasiin gahee xiqqaa qabu kami?

266 / 299

sq 263. Kanneen armaan gadii keessaa dukkubni bishaan faalameen hin dhufne kami?

267 / 299

sq 264. Kanneen armaan gadii keessaa isaan biroo waliin haariiroo xiqqaa kan qabu kami?

268 / 299

sq 265. Bu’aa biqilootaa kan hin taane kami?

269 / 299

sq 266. Caasaan sanyii iddoo itti nyaatni keessatti kuufamu maal jedhama?

270 / 299

sq 267. Biqilootni sanyiimaleeyyiifi vaskuularaawaa hin taane isa kam?

271 / 299

sq 268. Malleen wal-hormaata armaan gaii keessaa adda kan ta’e kami?

272 / 299

sq 269. Kanneen armaan gadii keessaa fakkeenya ilbiisota gamtaa qaban isa kami?

273 / 299

sq 270. Garee bineeldoota sanyii heddumina olaanaa qabaniifi lafa irratti mikaa’oo ta’an isankami?

274 / 299

sq 271. Sibiiroonnifi hoosiftootni sababiin isaan walfakkataaniif:

275 / 299

sq 272. Ilbiisota armaan gadii keessaa kaattuu kan hin qabne kami?

276 / 299

sq 273. Qurxumiiwwaan, amfiibiyaanooni, reptaayiloota, sinbiroowwaniifi hoosiftootni amaloota waliin qaban kan ta’e kami?

277 / 299

sq 274. Kanneen armaan gadii keessaa kan lafee dugda hin qabne jalatti ramadamu kam?

278 / 299

sq 275. Ilbiisootni maal qabu?

279 / 299

sq 276. Marsaa jireenyaa titiisaa sirrii ta’e kami?

280 / 299

sq 277. Dandeettii ijaa hanga leensii jijjiiruun wantoota fagoofi dhiyoo irratti arguuf maal jedhama?

281 / 299

sq 278. Namootni yemmuu ummuriin dabala rakkoo ijaa qaroo dhiyoo godhatu. Namoota akkasiif fullee ijaa isa kam akka godhatan gorfamu?

282 / 299

sq 279. Namootni tokko tokko halluun ija isaanii gurraacha, kan biroon immoo cuquliisa. Sababni halluuwwaan ija kanaa adda adda ta’uu danda’eef:

283 / 299

sq 280. Sochiin ifaa haala isa kam keessatti xiqqaachaa adeema?

284 / 299

sq 281. Amaloota ifaa keessaa kamtu fakkaatti kee daawwitii keessatti akka argitu si gargaara?

285 / 299

sq 282. Waa’ee anniisaa kamtu dhugaadha?

286 / 299

sq 283. Kanneen armaan gadii keessaa qaama usaansaa jalatti kan hin ramadamne isa kami?

287 / 299

sq 284. To’annoo hamma giluukoosii dhiiga keessa jiru keessatti hormoonotni faallaa walii hojjeetan:

288 / 299

sq 285. Adeemsi xuriiwwaan meetaaboolawaa qaama keessaa dhabamsiisuu maal jedhama?

289 / 299

sq 286. Dubachuufi yaaduun kam wajjiin walitti hidhata?

290 / 299

sq 287. Sirna soolaarii keessatti pilaaneetiin merkuriitti antee argamtu:

291 / 299

sq 288. Aduun caalmaatti maal irraa uumamti?

292 / 299

sq 289. Sababa lafti aduutti naannootuun yeroon itti guyyaafi halkan walqixa ta’an yoomi?

293 / 299

sq 290. Jiini yemmuu lafaafi aduu gidduu taatu maaltu ta’a?

294 / 299

sq 291. Lafti siiqqee ishee irra kan naannoftu?

295 / 299

sq 292. Beekumsi baraachuun argamu dhiibaa akkamii qaba?

296 / 299

sq 293. Adeemsi baruu-barsiisuu bu’a qabeessi kam irraa kamtti deemuu qaba?

297 / 299

sq 294. Sansakni barsiisummaa kan ta’u qabu:

298 / 299

sq 295. Kanneen armaan gadii keessaa tartiibni sirriin isa kami?

299 / 299

sq 296. Adeemsa baruu-barsiisuu keessatti iyyaafannoon kan gaggeeffamu:

Your score is

The average score is 0%

0%

Share this

1 thought on “Modeela COC Bara 2012 Muummee Saayinsii Qindaa’aaf”

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *